Ispoortii Atileetoonni Itiyoophiyaa Maaraatoonii Maadrid injifatan Tsehay Guluma Apr 29, 2024 0 Finfinnee, Ebla 21, 2016 (FBC) – Atileetoonni Itiyoophiyaa fiigicha Maaraatoonii Ispeen Magaalaa Maadriditti gaggeeffame Koorniyaa lamaaniinuu injifataniiru. Fiigicha Atileetoota…
Oduu biyya keessaa Jilli Dooktar Abiyyiin durfamu Yaa’ii 21ffaa Waldaa Misooma Idil addunyaarratti hirmaachuuf Keeniyaa… Tsehay Guluma Apr 29, 2024 0 Finfinnee, Ebla 21, 2016 (FBC - Jilli Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiin durfamu Yaa’ii 21ffaa Waldaa Idil addunyaarratti hirmaachuuf Keeniyaa Naayiroobii galeera.…
Oduu biyya keessaa Ciminoota argaman itti fufsiisuun hanqinaalee adda bahan bu’uurarraa sirreessuuf… Tsehay Guluma Apr 29, 2024 0 Finfinnee, Ebla 21, 2016 (FBC) –Ciminoota bara 2016 keessa argaman itti fufsiisuun hanqinaalee adda bahan bu'uurarraa sirreessuuf xiyyeeffannoon kan hojjetamu ta’uu Pireezidaantin…
Oduu biyya keessaa Humnoota waloo qindeessuun fayyadamuurratti fooyya’iinsi mul’ate cimee itti fufuu qaba… Tsehay Guluma Apr 29, 2024 0 Finfinnee, Ebla 21, 2016 (FBC) – Humnoota waloo qindeessuun fayyadamuurratti fooyya'iinsi mul'ate cimee itti fufuu qaba jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Oduu biyya keessaa Sosochii Ummataa ‘Barnoonni dhalootaaf’ jedhuun qabeenyi Birrii biiliyoonni 25.3 olitti tilmaamamu… Tsehay Guluma Apr 29, 2024 0 Finfinnee, Ebla 21, 2016 (FBC) – Sosochii Ummataa ‘Barnoonni dhalootaaf’ jedhuun qabeenyi Birrii biiliyoonni 25.3 olitti tilmaamamu walitti qabamuu Ministeerri Barnootaa beeksise.…
Ispoortii Arsenaal Tootenhaam injifachuun dursummaa liigichaa cimsate Debela Tadesse Apr 28, 2024 0 Finfinnee, Ebla 20, 2016 (FBC) - Piriimeer Ingilaandi torbee 35ffaa har'a waaree booda sa'aatii 10:00 irraa jalqabee taphatameen Arsenaal Tootenhaam injifachuun dursummaa liigichaa…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti yeroo ammaa barattoota miiliyoona 6.2’f nyaanni itti fufiinsaan dhiyaachaa jira-Pir.… Debela Tadesse Apr 28, 2024 0 Finfinnee, Ebla 20, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti yeroo ammaa barattoota miiliyoona 6.2 ta'aniif itti fufiinsaan nyaanni mana barnootatti dhiyaachaafii jiraachuu Pireezidaantiin Naannoo…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad hirmaattota Teletoonii dijitaalaa galateeffatan Debela Tadesse Apr 28, 2024 0 Finfinnee, Ebla 20, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad sosochii “Daandii Qulqulluu-Jireenyaa Fayyaa” jedhuun teletoonii dijitaalaa har’a eegalamerratti kanneen hirmaatan…
Oduu biyya keessaa Mana Barnootaa Bultii Adda WMO’f deeggarsii Birrii miiliyoona 22 olitti tilmaamamu taasifame Debela Tadesse Apr 28, 2024 0 Finfinnee, Ebla 20, 2016 (FBC)- Mana Barnootaa Bultii Adda Waldaa Misooma Oromiyaaf deeggarsi maallaqaa fi akaakuu garaagaraa Birrii miiliyoona 22 olitti tilmaamamu taasifameera. Wal…
Oduu biyya keessaa Hojiileen misoomaa Magaalaa Dassee rakkoo keessatti hojiilee jajjabeessaa hojjechuun akka danda’amu… Debela Tadesse Apr 28, 2024 0 Finfinnee, Ebla 20, 2016 (FBC)- Hojiileen misoomaa Magaalaa Dassee rakkoo keessatti hojiilee bu’aa qabeessaa hojjechuun akka danda’amu kan argisiisu ta’uu Sadarkaa Ministiraa Muummee…