Oduu biyya keessaa Labsiin Zoonii Diinagdee Addaa ragga’e Debela Tadesse Apr 18, 2024 0 Finfinnee, Ebla 10, 2016 (FBC)- Invastimanti alaa hawwachuuf, damee maanufaakchariingii jajjabeessuu fi dandeettii daldala alaa guddisuuf kan gargaaru Labsiin Zooonii Diinagdee Addaa…
Oduu biyya keessaa Deeggarsa Koomishinii Marii Biyyaalessaaf taasisuun hojiilee ijaarsa biyyaaf gumaachuudha-Obbo… Debela Tadesse Apr 18, 2024 0 Finfinnee, Ebla 10, 2016 (FBC)- Deeggarsa Koomiishinii Marii Biyyaalessaaf taasisuun hojiilee ijaarsa biyyaa gaggeeffamaa jiraniif gumaachuu waan ta’eef tumsa barbaachisaa taasisuu qabna…
Oduu biyya keessaa Shaampiyoonaa Buunyaa Maandeellaa Afrikaan Beetaliheem Waldeen gita ishee injifatte Sifen Megersa Apr 18, 2024 0 Finfinnee, Ebla 10, 2016 (FBC) –Shaampiyoonaa Buunyaa Maandeellaa Afrikaan Beetaliheem Waldeen gita ishee Afrikaa Kibbaa injifatte. Beetaliheem Waldeen ga’umsa olaanaan gita ishee…
Oduu biyya keessaa Dhaabbilee faalama naannawaa geessisan kuma 1 fi 720’rratti tarkaanfiin fudhatame Debela Tadesse Apr 18, 2024 0 Finfinnee, Ebla 10, 2016 (FBC)- Dhaabbilee faalama naannawaa geessisan kuma 1 fi 720’rratti tarkaanfiin fudhatamuu Abbaan Taayitaa Eegumsa Naannawaa Magaalaa Finfinnee beeksise. Hojii…
Oduu biyya keessaa Chaayinaan hojiilee Koomishiniin Haaromsa Biyyaalessaa hojjetu akka deeggartu ibsite Debela Tadesse Apr 18, 2024 0 Finfinnee, Ebla 10, 2016 (FBC)- Chaayinaan hojiilee Koomiishiniin Haaromsa Biyyaalessaa hojjetu deeggaruuf qophii ta’uu ibsite. Koomishinarri Koomishinii Haaromsa Biyyaalessaa Tamasgeen…
Oduu biyya keessaa Naannoon Giddugaleessa Itiyoophiyaa sirreeffamtoota seeraa 658’f dhiifama taasise Debela Tadesse Apr 17, 2024 0 Finfinnee, Ebla 9, 2016 (FBC)- Naannoon Giddugaleessa Itiyoophiyaa sirreeffamtoota seeraa 658'f dhiifama taasisuu Pireezidaantiin Naannichaa Indaashaawu Xaasawu beeksisan.…
Teeknooloojii Ragaalee saatilaayitiin hojiileen qorannoo gaggeeffamaa jiru-Inistiitiyuuticha Debela Tadesse Apr 17, 2024 0 Finfinnee, Ebla 9, 2016 (FBC)- Ragaalee saatilaayitii dhaabbileef dhiyeessuun hojiileen qorannoo akka cimaniif hojjetamaa uu Inistiitiyuutiin Saayinsii Hawaa fi Ji’oo Ispaashaalii ibse.…
Oduu biyya keessaa Magaalaa fi naannawaa keenya qulqulluu taasisuuf wal haa tumsinu-MM Dooktar Abiy Ahimad Debela Tadesse Apr 17, 2024 0 Finfinnee, Ebla 9, 2016 (FBC)- Magaalaa fi naannawaa keenya qulqulluu taasisuuf wal haa tumsinu jechuun Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad dhaaman. Dooktar Abiy gama miidiyaa…
Idil Addunyaa Sochiin Magaalaa Duubaay lolaan danqame Debela Tadesse Apr 17, 2024 0 Finfinnee, Ebla 9, 2016 (FBC)- Gamtaa Emereetotaa Arabaa Magaalaa Duubaayitti rooba cimaa roobe hordofee balaa lolaa mudateen sochii Magaalattiirratti dhiibbaa uumuun ibsame. Lolaa umame…
Oduu biyya keessaa Jilli Naayijeeriyaa Itiyoophiyaatti misooma qamadiin muuxannoo qooddate Debela Tadesse Apr 17, 2024 0 Finfinnee, Ebla 9, 2016 (FBC)- Gareen jila Naayijeeriyaa Itiyoophiyaatti damee misooma qamadiin muuxannoo qooddateera. Jilichi muuxannoo qooddatetti dabalataan Godina Shawaa Bahaa…