Dooktar Girmaa Amanteen Daayrektara olaanaa Baankii Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 2, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen Daayrektara olaanaa Baankii Addunyaa Dooktar Filooriibarti Nigaaruukoo waliin mari’ataniiru.…