Biiznasii Baankiin Awaash Aksiyoona Birrii miiliyona 70 bitate Debela Tadesse Feb 29, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2016 (FBC)- Mootummaan dhaabbilee faayinaansiif carraa bittaa aksiyoona gabaa kaappitaalaa mijeesseen Baankiin Awaash Abbaa Taayitaa Gabaa Kaappitaalaa…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Yaadannoo Injifannoo Adwaa waggaan 128ffaan karaa nagaan akka kabajamu qophiin xumurame –… Sifen Megersa Feb 29, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2016 (FBC) – Guyyaan Yaadannoo Injifannoo Adwaa waggaan 128ffaan karaa nagaan akka kabajamu qophiin xumuramuun hojiitti galamuu Humni Waloo Tikaa fi Nageenyaa…
Teeknooloojii Teeknoolojiin sirna loojistiksii saffisiisu Doolaara miiliyoona 50’n ijaarame eebbifame Debela Tadesse Feb 29, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2016 (FBC)-Teeknooloojiin sirna loojistiksii saffisiisa jedhamee fi baasii Doolaara miiliyoona 50’n ijaarame eebbifameera. Teeknooloojichi shaqaxootaa gabaa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Shaggaritti Guyyaan Dubartootaa kabajame Debela Tadesse Feb 29, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2016 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti Guyyaan Dubartootaa mata duree “Dubartoota irratti Hojjechuun Guddina Saffisiisa” jedhuun kabajame. Saganticharratti…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti Barsiisonni barnoota idileen duraa kuma 1 fi 658 eebbifaman Debela Tadesse Feb 29, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2016 (FBC)-Biiroon Barnootaa Finfinnee Barsiisota Barnoota Idileen Duraa Dhabbataa Leenjii Barsiistotaa Asallaa fi Dabra Birhaanitti leenjisaa ture kuma 1 fi 658…
Fayyaa Ogeeyyiin Yaala Fayyaa Poolaandi tajaajila yaala bilisaa kennaa jiru Sifen Megersa Feb 29, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2016 (FBC) – Ogeeyyiin Yaala Fayyaa Poolaandi Hospitaala Ispeeshaalaayizdii Xiqur Anbassaatti tajaajila yaalaa bilisaan kennaa jiru. Ogeeyyiin yaala Fayyaa…
Oduu biyya keessaa Injifannoo Adwaa ilaalchisee mariin sadarkaa biyyaalessaatti Yuunivarsiitii Finfinneetti gaggeeffame Sifen Megersa Feb 29, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2016 (FBC) – Injifannoo Adwaa ilaalchisee mariin sadarkaa biyyaalessaa Yuunivarsiitii Finfinneetti mata duree ‘Adwaa bu’aa tokkummaa sabdaneessaa’ jedhuun…
Oduu biyya keessaa Adwaa ilaalchisee mariin dargaggootaa Bishooftuutti gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Feb 29, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2016 (FBC)- Injifannoo Adwaa ilaalchisee mariin dargaggootaa Bulchiinsa Magaalaa Bishooftuutti gaggeeffamaa jira. Marichis mata duree "Adwaa nageenya waaraa fi…
Oduu biyya keessaa ‘IOM’ godaansarratti hojiilee Itiyoophiyaan hojjettuuf tumsa akka taasisu beeksise Debela Tadesse Feb 29, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2016 (FBC)- Dhaabbanni Godaantotaa Idil Addunyaa (IOM) hojiilee Itiyoophiyaan godaansaa idileen alaa ittisuu, eegumsaa fi deebisanii dandamachiisuu godaansaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Neezarlaandi deeggarsa Yuuroo miiliyoona 10.6 waliif mallatteessan Sifen Megersa Feb 28, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 20, 2016 (FBC) – Mootummaan Itiyoophiyaa fi Neezarlaandi waliiggaltee deeggarsa Yuuroo miiliyoona 10.6 mallatteessaniiru. Ministir Deetaan Ministeera Maallaqaa…