DhMG rakkoon Afrikaa furmaata Afrikaa akka argatu deeggarsa barbaachisu kan taasiisu ta’uu ibse
Finfinnee, Guraandhala 11, 2016 (FBC) – Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii rakkoon Afrikaa furmaata Afrikaa akka argatu deeggarsa barbaachisu kan taasiisu Gaanfa Afrikaatti Ergamtuun addaa…