Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 20 olitti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Guraandhala 8, 2016 (FBC) – Magaalaa Adaamaatti Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 20 olitti tilmaamamu to’atameera.
Moobaayiloonni kumni 1 fi 190 fi Baatiriin…