Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ijaarsa Riizoortii Shabaleey daawwatan Sifen Megersa Feb 13, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 5, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad qaama ‘Maaddiin Biyyaaf’ kan ta’e Riizoortii Shabaleey naannoo Somaaleetti ijaaramaa jiru daawwataniiru.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Warshaa Daakuu fi Daabboo Waajjirri Giiftii Duree Magaalaa Jigjigaatti ijaarsise… Sifen Megersa Feb 13, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 5, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giifti Duree Zinnaash Taayyaachoon Warshaa Daakuu fi Daabboo Waajjirri Giiftii Duree Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Rakkoon sagantaa barnoota gannaa mudate yeroo dhiyootti furmaata argata – Ministeera Barnootaa Sifen Megersa Feb 13, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 5, 2016 (FBC) – Rakkoon sagantaa barnoota gannaa mudate yeroo dhiyootti furmaata kan argatu ta’uu Ministeerri Barnootaa beeksiise. Rakkoon sagantaa barnoota ganna…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimadii fi Giifti Duree Zinnaash Taayyaachoon N/Somaaleetti bu’uuraalee misoomaa… Debela Tadesse Feb 12, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Naannoo Somaalee Magaalaa Jigjigaatti bu’uuraalee misoomaa…
Oduu biyya keessaa Somaaleetti damee qonnaa fi bu’uuraalee misoomaan hojiileen bu’aa qabeeyyiin hojjetamaa jiru-Dooktar… Debela Tadesse Feb 12, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2016 (FBC)- Naannoo Somaaleetti damee qonnaa fi bu’uuraalee misoomaan hojiileen bu’aa qabeessaa ta’an hojjetamaa jiraachuu Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Walga’iin Mana Maree Raawwachistotaa Gamtaa Afrikaa Roobii fi Kamisa gaggeeffama Debela Tadesse Feb 12, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2016 (FBC)- Yaa’ii Gamtaa Afrikaa 44ffaan Walga’iin Mana Maree Raawwachistota Gamtaa Afrikaa Roobii fi Kamisa gaggeeffama. Walga’ii mana marichaarrattis…
Ispoortii Taphni Darbii Shaggar yeroo jalqabaaf Dubaayitti taphatamuufi Sifen Megersa Feb 12, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2016 (FBC) – Taphni Darbii Shaggar yeroo jalqabaaf Emireetoota Araba Gamtoomanii Magaalaa Dubaayitti taphatamuufi ta’uu ibsame. Kilaboonni lamaan Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Aanaa Dillootti balaa Ibiddaa mudateen lubbuun namoota 4 darbe Sifen Megersa Feb 12, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2016 (FBC) – Godina Booranaa Aanaa Dillootti balaa Ibiddaa mudateen lubbuun namoota 4 darbuu Waajjirri Poolisii aanichaa beeksise. Balaan kun kaleessa galgala…
Ispoortii Taphataa du’a ooluun oolmaa guddaa biyyaaf oole – Sabaastiiyaan Haalar Sifen Megersa Feb 12, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2016 (FBC) – Taphataan Sarara fulduraa Iyivoorii Koosti Sabaastiiyaan Haalar dhibee Kaansarii dandamachuun biyyattiin Shaampiyoonaa Waancaa Afrikaa akka taatu gahee…
Biiznasii Omishaaleen Doolaara miiliyoona 157’tti tilmaamaman biyya keessatti oomishamaniiru-Koorporeeshinicha Debela Tadesse Feb 12, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2016 (FBC)- Baatiiwwan ja’an darban omishaaleen alaa galan Doolaara miiliyoona 157’tti tilmaamaman biyya keessatti oomishamuu Koorporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan…