Oduu biyya keessaa Boru Oromiyatti mariin ummataa ni gaggeeffama Debela Tadesse Feb 9, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 1, 2016 (FBC)- Mariin ummataa qaamoolee hawaasaa garaagaraa hirmaachise boru Naannoo Oromiyaa magaalota 20 ol keessatti kan gaggeeffamu ta’uun eerame. Marichis…
Oduu biyya keessaa Hanga ammaatti gaagura kuma 500 olirraa dammi tooniin kuma 57ol misomeera-BQO Debela Tadesse Feb 9, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 1, 2016 (FBC)- Hanga ammaatti gaagura kuma 500 ol dhiheessuun dammi tooniin kuma 57ol misoomuu Biiroon Qonna Ormiyaa beeksise. Godina Iluu Abbaa Boor Aanaa…
Biiznasii Paarkiiwwan Indaastirii Qonnaa Qindaa’aan galii Doolara miiliyoona 2.1 argamsiisuun ibsame Debela Tadesse Feb 9, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 1, 2016 (FBC)- Paarkiiwwan Indaastirii Qonnaa Qindaa’aan galii Doolara miiliyoona 2.1 argamsiisuu Ministeerri Indaastirii beeksise. Itti Gaafatamaan Deskii Paarkii…
Oduu biyya keessaa Mariin fooyya’iinsa qulqullina barnootaarratti xiyyeeffate gaggeeffame Debela Tadesse Feb 9, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 1, 2016 (FBC)- Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaas hanqina qulqullina barnootaan jiru irratti qorannoo taasiserratti qaamolee dhimmichi ilaallatu waliin mari’ateera.…
Oduu biyya keessaa Humni Walooo Sagantaaleen Finfinneetti gaggeeffaman milkiin akka xumuraman hojiitti galuu beeksise Debela Tadesse Feb 9, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 1, 2016 (FBC)- Humni Waloo Tikaa fi Nageenya Biyyaalessaa sagantaaleen Finfinneetti gaggeeffaman milkiin akka xumuramaniif hojitti galuu beeksiseera. Guraandhala…
Oduu biyya keessaa Aadde Sa’aadaa Abdurrahmaan hojiilee misoomaa Magaalaa Jimmaa daawwatan Sifen Megersa Feb 9, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 1, 2016 (FBC) – Af Yaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abdurrahmaan hojiilee misoomaa Magaalaa Jimmaatti hojjetamaa jiran daawwataniiru. Kantiibaan Bulchiinsa…
Ispoortii Kaardiin daqiiqaa 10 qofaaf taphataa dirreen ala tursiisu yaaliif dhiyaachuufi Sifen Megersa Feb 9, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 1, 2016 (FBC) – Tapha Kubbaa Miilaa keessatti Kaardii Cuquliisaan daqiiqaa 10 qofaaf taphataa dirreen ala tursiisu yaaliif dhiyaachuuf ta’uu ibsameera. Qaamni seera…
Idil Addunyaa Pireezidaanti Zalaaniskiin Ajajaa Olaanaa Waraana Yukreen hojiirraa gaggeessan Sifen Megersa Feb 9, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 1, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Yukreen Vooloodimiir Zalaaniskiin Ajajaa Olaanaa Waraana biyyattii Jeneraal Vaalarii Zaaluuzyiinii hojiirraa gaggeessuu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy raawwii hojii bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay gamaaggamuu eegalan Sifen Megersa Feb 9, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 1, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad raawwii hojii bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay gamaaggamuu eegalaniiru. Bulchiinsi yeroo naannichaa erga…
Ispoortii Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa Oromiyaa olaantummaa Magaalaa Shaggariin xumurame Debela Tadesse Feb 8, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2016(FBC)– Waldorgommiin Shaampiyoonaa Ispoortii Aadaa Oromiyaa 29ffaafi Agarsiisni Feestivaala Aadaa 16ffaa Godina Shawaa Lixaa Bulchiinsa Magaalaa Ambootti torban…