Ispoortii Taphoonni nuusa xumuraa lama har’a ni gaggeeffamu Debela Tadesse Feb 3, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2016 (FBC)-Tapha Waancaa Afrikaa 34ffaan taphoonni nuusa xumuraa lama har’a ni taphatamu. Haaluma kanaan Maaliin Kootdiivaar waliin Keeppiverdeen ammo Afrikaa…
Ispoortii Naayijeeriyaan walakkaa xumuraaf dabarte Sifen Megersa Feb 2, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2016 (FBC) - Tapha Waancaa Afrikaa Nuusa xumuraa har'a taphatameen Naayijeeriyaan Angoolaa injifachuun walakkaa xumuraaf dabarte. Tapha galgala kana sa'aatii 2:00…
Oduu biyya keessaa Itiyoo Injiinariingi Giruuppi beekkamtii hojiirra oolmaa sirna hoggansa hojii qulqullinaa argate Debela Tadesse Feb 2, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2016 (FBC)-Itiyoo Injiinariingi Giruuppii fi warshaaleen oomisha maashinaa fi qaamolee jijjiirraa haaraa isa jalatti hojjetan, beekkamtii hojiirra oolmaa sirna…
Oduu biyya keessaa Qamadii jallisiin misoomerraa callaa kuntaala miiliyoonaa 105.8 eegama-BKO Debela Tadesse Feb 2, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2016 (FBC)- Barana Qamadii jallisiin misoomerraa callaan kuntaalli miiliyoonni 105.8 kan eegamu ta’uu Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa beeksise. Biirichi haala…
Oduu biyya keessaa Dooniin Guddoon Abbay 2 jedhamtu yeroo jalqabaaf meeshaalee Itiyoophiyaa fe’uun Jibuutii geesse Sifen Megersa Feb 2, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2016 (FBC) – Dooniin Guddoon Abbay 2 jedhamtu yeroo jalqabaaf meeshaalee Itiyoophiyaa fe’uun Jibuutii ga’uu Tajaajilli Geejjiba Galaanaa fi Loojistiksii beeksiise.…
Fayyaa Hospitaalichi Amajjii 27 hanga Guraandhala 1, 2016tti tajaajila yaala bilisaa kennuuf ta’uu ibse Sifen Megersa Feb 2, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2016 (FBC) – Hospitaalli Ispeeshaalaayizdii Quddus Pheexiroos Amajjii 27 hanga Guraandhala 1, 2016tti tajaajila yaala bilisaa kennuuf ta’uu beeksiseera. Yaala…
Oduu biyya keessaa Bu’aalee damee Diinagdee fi Dippiloomaasiin argaman keessatti qoodni miidiyaalee olaanaa ture… Sifen Megersa Feb 2, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2016 (FBC) – Baatiiwwan jahan darban keessa bu’aalee damee Diinagdee fi Dippiloomaasiin argaman keessatti qoodni miidiyaalee olaanaa ta’uu Tajaajilli Kominikeeshinii…
Oduu biyya keessaa Feestivaalli Aadaa 15ffaan Magaalaa Finfinneetti baname Debela Tadesse Feb 2, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2016 (FBC)-Mata duree “Aadaalee keenya beekuun cabiinsa keenya wal’aanuu” jedhuun Feestivaalli Aadaa 15ffaan Sadarkaa Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamu banameera.…
Oduu biyya keessaa Labsiin yeroo ariifachiisaa baatii afuriif akka dheeratu murtaa’e Sifen Megersa Feb 2, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2016 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa labsii nageenyaa fi tasgabbiin ummaataa kabachiisuuf Manni Maree Ministiroota labsee ture baatii afuriif akka dheeratu…
Idil Addunyaa Gamtaan Awurooppaa Yuukireeniif deeggarsa Doolaara biiliyoona 54 raggaasise Debela Tadesse Feb 2, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2016 (FBC)- Gamtaan Awurooppaa Yuukireeniif deeggarsa Doolaara biiliyoona 54 raggaasise. Deeggarsichas dureewwan biyyoota miseensa gamtichaa 27 sagalee guutuun…