Oduu biyya keessaa Torbeen Dhabamsiisa Busaa Magalaa Naqamteetti kabajama Debela Tadesse Nov 30, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2017 (FBC)- Torbeen dhabamsiisa Busaa guyyaa Borii Magalaa Naqamteetti akka kabajamu ibsame. Saganticha sababeeffachuun Hoggantuun Biiroo Eegumsa Fayyaa Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Birgaader Jeneraal Seeyfee Ingii Guraaroo du’aan boqotan Debela Tadesse Nov 30, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2017 (FBC)-Waggoota 35 biyya isaanii tajaajilaa kan turan Birgaader Jeneraal Seeyfee Ingii Guraaroo Addunyaa kanarraa du’aan boqotan. Cunqursaa ummatarra ga’aa ture…
Oduu biyya keessaa Waadaa qabatamaan raawwachuun mallattoolee Paartii Badhaadhinaati –Obbo Adam Faaraah Debela Tadesse Nov 30, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2017 (FBC)-Waadaa galame qabatamaan raawwachuun mallattoolee Paartii Badhaadhinaati jedhan Sadarkaa Ministira Muummee Itti Aanaatti Itti Gaafatamaan Giddugala…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan hiyyummaa keessaa ba’uuf kutannoo qabduun Badhaadhinaa mirkaneessuun gahee… Debela Tadesse Nov 30, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2017 (FBC)-Itiyoophiyaan hiyyummaa keessaa ba'uuf kutanno qabduun Badhaadhinaa mirkaneessuun gahee lammiilee hundaati jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Bakka Dooktar Abiy Ahimad Argamanitti Waggaa 5ffaan hundeeffama Paartii Badhaadhinaa kabajame Debela Tadesse Nov 30, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2017 (FBC)- Sagantaan xumuraa Waggaa 5ffaa hundeeffama Paartii Badhaadhinaa Bakka Ministirri Muummee FDRI fi Pireezidaantii Paartichaa Dooktar Abiy Ahimad argamanitti…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Barnootaa Faransaay waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteesse Debela Tadesse Nov 30, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2017 (FBC)- Ministeerri Barnootaa Faransaay waliin damee barnootaa cimsuuf kan dandeessisu waliigaltee mallatteesseeera. Waligaltichas Ministirri Ministeera…
Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan jila Ambaasaaddara Faransaay waliin mari’atan Tsehay Guluma Nov 30, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2017 (FBC)- Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan jila Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Faransaay Aleexsiis Laameekiin durfamu waliin dhimmoota damee…
Oduu biyya keessaa Guyyaa Sabaaf Sablammootaa fi Ummatootaa 19ffaa sababeeffachuun mariin Paanaalii gaggeeffame Tsehay Guluma Nov 30, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2017 (FBC)- Kabaja guyyaa Sabaaf Sablammootaa fi Ummatoota Itiyoophiyaa 19ffaa sababeeffachuun Magaalaa Ambootti mariin paanaalii gaggeeffameera. Marichi mata duree…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni waggaa Maariyaamii Tsiyoon kabajamaa jira Debela Tadesse Nov 30, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2017 (FBC)- Ayyaanni waggaa Maariyaamii Aksum Tsiyoon Naannoo Tigraay Magaalaa Aksumitti haala hoo’aa ta’een kabajamaa jira. Waggaa waggaan Sadaasa 21 kan kabajamu…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensichaa gara Monirooviyaatti irra deebiin balalii eegale Debela Tadesse Nov 30, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2017 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa balalii gara Laayibeeriyaa Magaalaa Monirooviyaatti taasisu irra deebiin har’a eegaleera. Sagantaa eegalchiisa…