Obbo Awwaluu Abdiin Godina Shawaa Lixaa Aanaa Walmaraatti kenna tajaajila caasaa gandaa haaraa…
Finfinnee, Sadaasa 12, 2017 (FBC) – Pireezidaantii itti aanaan naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin Godina Shawaa Lixaa Aanaa Walmaraatti kenna tajaajila caasaa gandaa haaraa daawwataniiru.…