Atileet Maartaa Alamaayyoon fiigicha meetira kuma 3 riikkardii fooyyessuun injifatte
Finfinnee, Amajjii 17, 2017(FMC) - Atileet Maartaa Alamaayyoon dorgommii fiigicha mana keessaa meetira kuma 3 Kaazaakiistaan Magaalaa Astaanitti fiigame riikkardii fooyyessuun injifatte.…