Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Hasan Sheek Mohaammud Finfinnee galan Tsehay Guluma Jan 11, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 3, 2017 (FMC)-. Pireezdaantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mohaammud daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru. Hasan Sheek Mohaammud wayita buufata xiyyaaraa Idil Addunyaa…
Oduu biyya keessaa Wabii nyaataa Afrikaa mirkaneessuuf tattaaffiin waloo barbaachiisa –Pireezidaanti Taayyee Tsehay Guluma Jan 11, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 3, 2017 (FMC)- wabii nyaataa fi guddina Afrikaa mirkaneessuuf tattaaffiin waloo kan barbaachiisu ta’uu Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqaasillaaseen ibsan.…
Oduu biyya keessaa Hojii eegumsaa fi kunuunsa qabeenya uumamaa bara kanaatiin sululoota kuma 6 ol misoomsuuf kan… Tsehay Guluma Jan 11, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 3, 2017 (FMC)- Hojii eegumsaa fi kunuunsa qabeenya uumamaa bara kanaatiin sululoota kuma 6 ol misoomsuuf kan hojjetamu ta’uu Biiroon Qonna Oromiyaa ibse. Biiroon Qonnaa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyeen walga’ii Ariifachiisaa Sagantaa Misooma qonna hundagalessa… Tsehay Guluma Jan 11, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 3, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen walga'ii Ariifachiisaa Sagantaa Misooma Qonna Hundagalessa Afrikaarratti hirmaachaa jiraachuun ibsame.…
Oduu biyya keessaa Gabaan Kaappitaalaa damee jireeyaa lammiilee jijjiiru akka ta’uuf xiyyeeffannaan kan hojjetamu… Debela Tadesse Jan 11, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 3, 2017 (FMC)- Gabaan Kaappitaalaa damee diinagdee waliigalaa Itiyoophiyaa tumsuu fi jireenya lammiilee jijjiiru akka ta’uuf xiyyeeffannaan kan hojjetamu ta’uu Abbaan…
Oduu biyya keessaa Miseensonni Poolisii eebbifaman qajeelummaan ummata tajaajiluu qabu jedhame Debela Tadesse Jan 11, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 3, 2017 (FMC)-Miseensonni Poolisii eebbifaman naamusa ogummaa fi qajeelummaan ummata magaalattii tajaajiluu akka qaban Kantiibaan Bulchiinsaa Magaalaa Finfinnee Aadde…
Oduu biyya keessaa Nageenya saayibarii fi dameewwan walqabataniin barattoonni kennaa addaa leenji’aa turan eebbifaman Debela Tadesse Jan 11, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 3, 2017 (FMC)-Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo barattootaa kennaa addaa qaban nageenya saayibarii fi dameewwan walqabatan irratti marsaa 3ffaaf leenjisaa ture 237…
Idil Addunyaa Keeniyaatti balaan xiyyaaraa mudate Debela Tadesse Jan 11, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 3, 2017 (FMC)- Keeniyaa Magaalaa Kiwaachochaatti balaa xiyyaarri kufuu mudateen lubbuun namoota sadii darbuu gabaafame. Kannee ijaan argan akka ibsanitti, xiyyaarri…
Oduu biyya keessaa Qilleensaarraa Humna Elektirikii Sa’aatii Giiggaa Waattii 353 ol maddisiisuun ibsame Debela Tadesse Jan 11, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 3, 2017 (FMC)-Baatiiwwan ja’an darban maddeen anniisaa qilleensaa afurirraa humna elektrikii sa’aatii Giiggaa Waattii 353.41 maddisiisuun akka danda’ame Humni Elektirikii…
Oduu biyya keessaa Sirni Awwaalchaa Obbo Bulchaa Dammaqsaa Dilbata dhufu raawwatama Debela Tadesse Jan 10, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2017 (FMC) –Sirni Awwaalchaa gameessa Siyaasaa fi ogeessa Diinagdee Obbo Bulchaa Dammaqsaa Dilbata dhufu kan raawwatamu ta'uu ibsameera. Dilbata ganama sa'aatii 3:00…