Guraandhala 14 irraa eegalee talaalliin Pooliyoo ni kennama-Ministeera Fayyaa
Finfinnee, Guraandhala 11, 2017 (FMC)- Guraandhala 14, 2017 irraa eegalee duulli talaallii ittisa Dhibee Pooliyoo sadarkaa biyyaalessaatti akka kennamu Ministeerri Fayyaa beeksise.…