Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee Baarbaadoos Finfinnee galan Tsehay Guluma Feb 13, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)- Ministirri Muummee Baardaaboos Miyaa Amoor Mootilee Yaa’ii Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru. Ministirri Muummee Baarbaadoos…
Oduu biyya keessaa Boordichi Sochii Siyaasaa ABUT dhorke Tsehay Guluma Feb 13, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)- Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Sochii Siyaasaa Adda Bilisummaa Ummata Tigraayi dhorkeera. Boordichi ibsa baaseen ABUT Hagayyaa darberraa eegalee…
Oduu biyya keessaa Buufanni Meeshaalee Gogaa Mojoo ijaarama jiru jila Jibuutiin daawwatame Debela Tadesse Feb 13, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)- Jilli Jibuutii Ministira Bu’uuraalee Misoomaa fi Meeshaalee Jibuutii Hasan Hamudiin durfamu ijaarsi isaa xumuramaa kan jiru Giddugalaa Buufataa…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii Haaromsa Aadaa Oromoorratti xiyyeeffate Geggeeffamaa Jira Debela Tadesse Feb 13, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)- Waltajjiin mariin haaromsa Aadaa Oromoo mata duree "Haaromsa Aadaatiin seenessa dogoggoraa qajeelchinee seenessa waloo ijaarra" jedhuun geggeeffamaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan “Yaa’ii Idil Addunyaa Jallisii fi Omisha Jijjiirama Qilleensaa Dandamatu”… Debela Tadesse Feb 13, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC)-Ministirri Pilaanii fi Misoomaa Doktar Fitsum Asaffaan “Yaa'ii Idil Addunyaa Jallisii fi Omisha Jijjjiirama Qilleensaa Dandamatu” irratti muuxannoo…
Oduu biyya keessaa Dooktar Warqinaa Gabaayyoon deeggarsa Deenmaarki Nageenya Gaanfa Afrikaa mirkaneessuuf taasistu… Tsehay Guluma Feb 13, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)- Barreesaa Olaanaan Dhaabbata Misooma Mootummoota Baha Afrikaa Dooktar Warqinaa Gabaayyoon deeggarsa Deenmaarki Nageenya Gaanfa Afrikaa mirkaneessuuf…
Oduu biyya keessaa Rakkoolee Afrikaatiif furmaanni Afrikaanotaan akka argamuuf tumsa barbaachisa jedhame Debela Tadesse Feb 13, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)-Rakkoolee Afrikaatiif furmaatni Afrikaanotaan akka argamuuf sadarkaa ardiitti tumsa waloo akka barbaachisu Ministirri Hariiroo Idil Addunyaa Bootiswaanaa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantii Itti Aanaan Kootidivaar Finfinnee galan Tsehay Guluma Feb 13, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)- Pireezidaantii Itti Aanaan Kootidivaar Timookoo Meeyileet Kooneen Yaa’ii 38ffaa Hoggantoota Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.…
Oduu biyya keessaa Wiiliyaam Ruutoon Finfinnee galan Tsehay Guluma Feb 13, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)- Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon Yaa’ii 38ffaa Hoggantoota Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Magaalaa Finfinnee galaniiru. Wiiliyaam Ruutoon…
Idil Addunyaa Biriiteen Raashiyaa fi Yukireen gidduutti nageenyi waaraa akka uumamu hojjechaa jiraachuun ibsame Debela Tadesse Feb 13, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)-Biriiteen waraana waggoota lamaaf Raashiyaa fi Yukireen gidduutti gaggeeffamaa ture xumuruun nagaa waaraa gidduu isaaniitti uumuuf hojjechaa akka jirtu…