Oduu biyya keessaa Daayrektarri IMF Yaadanoo Injifannoo Adwaa daawwatan Debela Tadesse Feb 9, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 2, 2017 (FMC)-Daayrektarri Olaantuu Dhaabbata Maallaqaa Addunyaa Kiristaaliinaa Joorjiyeev Yaadanoo Injifannoo Adwaa daawwataniiru. Daawwancharratti Ministirri…
Oduu biyya keessaa Manneen jireenyaa barsiisotaa kuma 9 fi 668 ijaarameera-Pir. Shimallis Abdiisaa Debela Tadesse Feb 9, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 2, 2017 (FMC)-Ji’oottan ja’an darban Oromiyaatti manneen jireenyaa barsiisotaa kuma 9 fi 668 ijaaramee xumuramuu ibsameera. Mootummaan naannichaa xiyyeeffannaa…
Oduu biyya keessaa Kirstaaliinaa Joorjiyeev Hojii uumtotaa fi hoggantoota damee daldalaa Itiyoophiyaa waliin mari’atan Debela Tadesse Feb 9, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 2, 2017 (FMC)- Daayrektarri Olaantuu Dhaabbata Maallaqaa Addunyaa (IMF) Kirstaaliinaa Joorjiyeev hojii uumtotaa fi hoggantoota damee daldalaa Itiyoophiyaa waliin marii…
Biiznasii Oromiyaatti baatiiwwan ja’atti galiin Birrii biliyoona 94 ol walitti qabame Debela Tadesse Feb 9, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 2, 2017 (FMC)-Naannoo Oromiyaatti baatiiwwan ja’an darban galiin Birrii Biliyoona 94 ol walitti qabamuun ibsame. Ji’oottan jahan darban humna sassaabbii galii…
Oduu biyya keessaa Pirojektoonni invastimantii kaappitaala Birrii bil. 93.5 galmeessan murtoo argataniiru-Pir.… Debela Tadesse Feb 9, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 2, 2017 (FMC)-Pirojktoonni invastimantii kuma 4 fi 366 kaappitaala Birrii biiliyoonaa 93.5 galmeessanii fi carraa hojii kuma 329 ol uumuu dand’an boordiif dhiyaachuun…
Oduu biyya keessaa Hojjettoota kuma 1 fi 763 irratti tarkaanfiin naamusaa fi bulchiinsaa fudhatamuun ibsame Debela Tadesse Feb 9, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 2, 2017 (FMC)- NaannOo roomiyaatti baatiiwwna ja’an darban hojjetootaa rakkoo naamusaa agarsaiisaan kuma 1 fi 763 irratti tarkaanfiin naamusaa fi bulchiinsaa…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti dargaggoota miiliyoona 1.3’f carraan hojii uumamuun liqiin Birrii biiliyoona 2.8… Debela Tadesse Feb 9, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 2, 2017 (FMC)- Naannoo Oromiyaatti baatiiwwna ja’an darban Oromiyaatti dargaggoota miiliyoona 1.3’f carraan hojii uumamuun liqiin Birrii biiliyoona 2.8 mijeeffamuun…
Oduu biyya keessaa Madda walwaraansaa gogsuun, shira shirtootaa qolchuun imala badhaadhiina gara olka’iinsaatti ni… Debela Tadesse Feb 9, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 2, 2017 (FMC)-Aarsaa barbaachisu kaffaluun imalli nagaa akka waara’uuf madda walwaraansaa gogsuun, shira shirtootaa qolchuun imala badhaadhiina gara olka’iinsaatti ni…
Oduu biyya keessaa Caffeen Oromiyaa Yaa’ii taa’uu eegale Debela Tadesse Feb 9, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 2, 2017 (FMC)- Caffeen Oromiyaa Yaa’ii Idilee 8ffaa waggaa 4ffaa bara hojii 6ffaa isaa taa'uu eegaleera. Afyaa'iin Caffee Oromia Aadde Sa'aadaa Abdurraamaan…
Oduu biyya keessaa Hojiilee misooma Koriidarii magaalichaa saffisaan xumuruuf ni hojjetama – Kantibaa Adaanech… Sifen Megersa Feb 8, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 1, 2017 (FMC) - Hojiilee misooma Koriidarii magaalichaa saffisaan xumuruuf xiyyeeffannoon kan hojjetamu ta'uu Kantibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebeen beeksisan.…