Dooktar Abiy Ahimad simannaa hoo’aa Ministirri Muummee Veetnaam taasisaniif galateeffatan
Finfinnee, Ebla 7, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad simannaa hoo’aa fi kabaja Ministirri Muummee Veetnaam Faam Miin Chiin wayita daawwannaa biyyattiitti taasisan…