Oduu biyya keessaa Misoomni Kooriidarii yaaddoo balaa hir’iseera jedhame Ayana Dheressa May 14, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2017(FMC)- Misoomni kooriidarii yaaddoo balaa hir’isuu keessatti gahee olaanaa bahachuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaafi Abiddaa Magaalaa Finfinnee beeksise.…
Biiznasii Waliigalteewwan Inveestimeentii Doolaara biliyoona 1 fi Miliyoona kuma 600 mallatteeffaman Yonatan Birhanu May 13, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 5, 2017 (FMC) - Komiishiniin Inveestimeentii Itiyoophiyaa Fooramii ‘Invest Ethiopia 2025 ’ jedhu irratti waliigalteewwan Doolaara Biliyoona 1 fi Miliyoona kuma 600…
Ispoortii Magaalaan Dirredhawaa fi Maqalee 70 Indartaan qixa ba’an Yonatan Birhanu May 13, 2025 0 Caamsaa 5, 2017 (FMC) - Tapha piriimiyar liigii Itiyoophiyaa torbee 29ffaan kan waliin taphatan Magaalaan Dirredhawaa fi Maqalee 70 Indartaan galchii 1:1’n walqixa ba’aniiru. Magaalaa…
Biiznasii Daandiin Qilleensichaa Imaltoota Hajii fi Umraaf tajaajila saffisaa kennuf qophaa’eera jedhame Yonatan Birhanu May 13, 2025 0 Caamsaa 5, 2017 (FMC) - gareen Daandii Qileensaa Itiyoophiyaa imaltoota Haajii fi Umraa baranaaf tajajila geejjibaa miijataa kennuuf qophaa’uu isaa beeksiseera. Imala…
Oduu biyya keessaa Aanaa Shanan Dhuuggootti balaa Tiraafikaan lubbuun namoota 11 darbe Yonatan Birhanu May 13, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 5, 2017 (FMC) - Godina Harargee lixaa aanaa shanan dhuuggootti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 11 darbuun ibsame. Balichi Konkolaataan ‘Iyisuuzuun…
Oduu biyya keessaa Misoomaa fi nageenya waaraa mirkaneessuuf dhaabbileen amantii qooda isaanii cimsuu qabu –… Yonatan Birhanu May 13, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 5, 2017 (FMC) - Afrikaatti nageenyaa fi misooma waaraa mirkaneessuuf dhabbileen amantii qooda isaanii ciminaan ba’uu akka qaban Pireezidaanti Taayyee Atsqasilaaseen…
Oduu biyya keessaa Rooba arfaasaatti sirnaan fayyadamuu barbaachisa – Inistiitiyuuticha Yonatan Birhanu May 13, 2025 0 Finfinnee Caamsaa 5, 2017 (FMC) - Rooba yeroo arfaasaa baatii xumuraa jijijjiiramaa roobaa jirutti sirnaan kuusuun fayidaa irra oolchuu akka barbaachisu Instiitiyuutiin Meetiyoorooloojii…
Oduu biyya keessaa Manni Marichaa Waliigalteewwan Afur raggaasise Yonatan Birhanu May 13, 2025 0 Finfinnee Caamsaa 5, 2017 (FMC)- Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa walga'ii idilee 29 ffaa bara hojii 4ffaa har'a gaggeesseen labsiiwwan waliigaltee Afur raggaasiseera. Manni…
Oduu biyya keessaa Miidhaa sababa balaa uumamaan qaqqabu dandamachuuf hawaasni akka waltumsu dhaamame Yonatan Birhanu May 13, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 5, 2017(FMC) - Rooba cimaa yeroo ammaa ittifufiinsaan roobaa jiru hordofee Godina Arsii Lixaa aanaa Kokossaa gandoota lama keessatti balaa bakakkaa uumameen beelladootaa…
Oduu biyya keessaa Dargaggoonni leenjii Kooderootaa xumuran kumni 200 fi kumni 70 ol waraqaa ragaa fudhatan Yonatan Birhanu May 13, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 5, 2017 (FMC) - Sagantaa Leenjii Kooderoota Miliyoona Shaniin dargaggoonni kuma 200 fi kuma 70 ol leenjii xumuruun waraqaa ragaa fudhachuun isaanii ibsame. Guutummaa…