Teeknooloojii Teeknooloojii Droonii guddina hunda galeessa Itiyoophiyaaf Yonatan Birhanu Sep 12, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2019 (FMC) – Bara haaraa simachuuf samii Finfinnee irratti agarsiisni dinqisiisaa Drooniiwwaniin qophaa’e, Itiyoophiyaan damee teeknooloojiin guddina saffisaa fi…
Uncategorized Bara haaraa 2019 Yonatan Birhanu Sep 11, 2026 0 Baga Nagaan Isin Ga'e! Bara nagaa, gammachuu fi milkii isiniif haa ta'u! #Oromia #Ethiopia
Oduu biyya keessaa Kantibaa Adaanach ayyaana bara haaraa sababeeffachuuun ergaa baga geessanii dabarsan Yonatan Birhanu Sep 11, 2026 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2018(FMC) - Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee, Ayyaanni Bara Haaraa caalaatti ayyaana abdii ifaa, waliin jireenyaa, nagaa fi araaraa akkasumas wanti hundi…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana bara haaraa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan Yonatan Birhanu Sep 10, 2026 0 Finfinnee, Qaammee, 5, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana bara haaraa 2019 sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru. Ministirri Muummee…
Oduu biyya keessaa Sirreeffamtoonni seeraa 600 gadi lakkifamuun maatii isaaniitti makaman Yonatan Birhanu Sep 10, 2026 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2018 (FMC) – Obbo Kiristiyaan Taaddalaa dabalatee sirreeffamtoonni seeraa 600 gadhiifamanii maatii isaaniitti makamaniiru. Adeemsi sirreeffamtoota seeraa gadi…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen Ayyaana bara haaraa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin… Yonatan Birhanu Sep 10, 2026 0 Finfinnee, Qaammee, 5, 2018 (FMC)- Pireezidaantiin RDFI Taayyee Atsiqasillaaseen Ayyaana bara haaraa 2019 sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru. Barri haaraan bara…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiya, biqiloota biliyoona 56.8 dhaabuun addunyaarratti seenaa haaraa galmeessite… Yonatan Birhanu Sep 10, 2026 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan yaada Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad maddisiisaniin, sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara 2011 eegalteen biqiloota biliyoona 56.8…
Oduu biyya keessaa Buufata Egeree Itiyoophiyaa Labsu Yonatan Birhanu Sep 10, 2026 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2018 (FMC) - Har'i guyyaa dhumaa waggichaa ti. Aduun yoo dhiitu waggaan kun nagaa nutti dhaama. Boru ammoo aduu haaraan abdii haaraa qabattee dhalatti.…
Oduu biyya keessaa Qaammee 5 Guyyaan Egeree sagantaa adda addaatiin magaalaa Bishooftuutti Kabajamaa jira Yonatan Birhanu Sep 10, 2026 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2018 (FMC)- Qaammee 5 Guyyaan Egeree sagantaa adda addaatiin magaalaa Bishooftuutti Kabajamaa jira. Guyyaan kun egeree biyyaa teeknooloojiifi dandeettiin…
Ispoortii Maanchister Yunaayitid Saabaah FK waliin Yonatan Birhanu Sep 10, 2026 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2018 (FMC) – Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa jalqabaan har’a taphoonni 6 ni gaggeeffamu. Shaampiyoonsii Liigii Awurooppaa yeroo sadii kan mo’ate Maanchister…