Oduu biyya keessaa Guyyaan yaadannoo Goototaa 84ffaan kabajama jira Sifen Megersa May 5, 2025 0 Finfinnee, Ebla 27, 2017 (FMC) –Guyyaan yaadannoo Goototaa 84ffaan Kiiloo 4 Siidaa yaadanoo goototaa biratti kabajama jira. Pireezidaantiin Waldaa gootota durii Lij Daani'eel Jootee,…
Oduu biyya keessaa Goota baraa ta’uu dhugoomsuuf of danda’uuf tattaaffachuun lammiilee hundarraa eegama… Sifen Megersa May 5, 2025 0 Finfinnee, Ebla 27, 2017 (FMC) –Goota baraa ta'uu dhugoomsuuf of danda'uuf tattaaffachuun lammiilee hundarraa kan eegamu ta'uu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse. Bilisummaan…
Oduu biyya keessaa Guyyaa yaadannoo goototaa sababeeffachuun madfiin si’a 21 dhukaafama Ayana Dheressa May 4, 2025 0 Finfinnee, Ebla 26, 2017 (FMC) – Guyyaa boruu guyyaa yaadannoo goototaa 84ffaa sababeeffachuun madfiin si’a 21 akka dhukaafamu Ministeerri Raayyaa Ittisaa beeksise. Ministeerichi Faanaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad guyyaa goototaa 84ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan Ayana Dheressa May 4, 2025 0 Finfinnee, Ebla 26, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad guyyaa goototaa 84ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Abbootiifi haadholiin keenya…
Ispoortii Kilaba Kubbaa Miillaa Magaalaa Nageellee Arsiif simannaan taasifame Ayana Dheressa May 4, 2025 0 Finfinnee, Ebla 26, 2017 (FMC) – Shaampiyoonaa Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa bara 2017 kan ta’e Kilaba Kubbaa Miillaa Magaalaa Nageellee Arsiif simannaa ho’aan taasifameera. Kilabiin Kubbaa…
Ispoortii Atileetonni Itiyoophiyaa dorgommii maaraatoonii Piraagi injifatan Ayana Dheressa May 4, 2025 0 Finfinnee, Ebla 26, 2017 (FMC) – Atileetonni Itiyoophiyaa dorgommii fiigicha maaraatoonii Rippaabilika Cheek Piraagitti dorgomameen koorniyaa lameeniinuu injifatan. Dorgommii fiigicha…
Oduu biyya keessaa Faayidaa biyyaalessaa Itiyoophiyaa kabachiisuun hojii keenya yeroo maraati- Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa May 4, 2025 0 Finfinnee, Ebla 26, 2017 (FMC) – Akkuma abbootii keenyaa miira gootummaan tokkummaafi faayidaa biyyaalessaa Itiyoophiyaa kabachiisuun hojii keenya yeroo maraati jedhan Ministirri Muummee…
Oduu biyya keessaa Raayyaan Poolisii wareegama kaffaluun itti gaafatamummaa isaa bahatu uumameera- K/J Dammallaash… Ayana Dheressa May 4, 2025 0 Finfinnee, Ebla 26, 2017 (FMC) – Raayyaan Poolisii wareegama lubbuu kaffaluun itti gaafatamummaa isaa bahatu uumamuu Komishinarri Jeneraalaa Poolisii Federaalaa Dammallaash Gabramikaa’el…
Teeknooloojii Leenjiin Kooderootaa ogummaa diijitaalaa guddisuun invastimantiin dabalataa akka babal’atu taasisa… Ayana Dheressa May 4, 2025 0 Finfinnee, Ebla 26, 2017 (FMC) – Leenjiin Kooderoota Itiyoophiyaanota miiliyoona 5 ogummaa diijitaalaa guddisuun damichaan invastimantiin akka babal’atu kan taasisu ta’uu Ministeerri…
Oduu biyya keessaa Riifoormiin mootummaan damee Indaastiriin gaggeesse bu’aa argamsiisera – Obbo Ahimad… Sifen Megersa May 3, 2025 0 Finfinnee, Ebla 25, 2017 (FMC) – Waggoottan torban darban keessa riifoormiin mootummaan damee Indaastiriin gaggeesse bu'aa argamsiisuu Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiideen…