Idil Addunyaa Balaan Ibiddaa Israa’eelitti mudatee ture to’atame Sifen Megersa May 3, 2025 0 Fiinfinnee, Ebla 25,2017(FMC) - Balaan Ibiddaa Israa’eelitti mudatee ture tattaaffii hojjettoota ittisa balaa Ibiddaan saa’atii 30 booda to’atamuun ibsameera. Balaa Ibiddaa biyyattiitti…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi Mana Barumsaa moodaala sadarkaa 2ffaa Yaaballoo eegalame Sifen Megersa May 3, 2025 0 Finfinnee, Ebla 25, 2017 (FMC) – Baajata Mootummaa Federaalaan kan ijaaramu ijaarsi Manni Barumsaa Moodeelaa Sadarkaa 2ffaa Yaaballoo eegaleera. Ijaarsi Mana barumsicha Ministira…
Oduu biyya keessaa Labsiin manneen murtii aadaaf beekamtii kennu ragga’e Sifen Megersa May 3, 2025 0 Finfinnee, Ebla 25, 2017 (FMC) – Labsiin naannoolee afur keessatti manneen murtii aadaaf beekamtii kennu ragga'uu Ministirri Haqaa Haannaa Ari'ayasillaasee ibsan. Haaromsawwan sirna haqaa…
Ispoortii Sosochii Itiyoophiyaan haa oomishtuun Indaastiiwwan 625 gara hojiitti deebi’uun ibsame Sifen Megersa May 3, 2025 0 Finfinnee, Ebla 25, 2017 (FMC) – Sosochii Itiyoophiyaan haa oomishtuun Indaastiiwwan cufamanii turan 625 gara hojiitti akka deebi'an taasifamuu Ministeera Indaastiriitti…
Oduu biyya keessaa Lafa Asiidummaan miidhame hektaara kuma 300 yaaluuf qophiin taasiifame – Ministeericha Sifen Megersa May 3, 2025 0 Finfinnee, Ebla 25, 2017 (FMC) – Bara oomisha kana Lafa qonnaaf oolu kan Asiidummaan miidhame hektaara kuma 300 yaaluuf qophiin xumuramuu Ministeerri Qonnaa beeksise. Sadarkaa biyyaatti…
Oduu biyya keessaa Yuuniversiitiichi balaliiftoota dabalatee ogeeyyii damee ogummaa garaagaraan leenjisaa ture 974… Sifen Megersa May 3, 2025 0 Finfinnee, Ebla 25, 2017 (FMC) – Garee Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaatti Yuuniversiitii Ayiveeshinii Itiyoophiyaa balaliiftoota xiyyaaraa dabalatee ogeeyyii damee ogummaa garaagaraan…
Oduu biyya keessaa Baatiiwwan saglan darban oomishni qonnaa callaan kuntaalli biiliyoonni 1.2 walitti qabame Sifen Megersa May 3, 2025 0 Finfinnee, Ebla 25, 2017 (FMC) – Baatiiwwan saglan darban keessaa oomishni misooma qonnaa callaa kuntaalli biiilyoonni 1.2 walitti qabamuu Ministeerri Qonnaa beeksise. Ministeerichi…
Ispoortii Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan taphni cufiinsaa har’a Shaggarii fi Nageellee Arsii gidduutti taphatamu… Sifen Megersa May 3, 2025 0 Finfinnee, Ebla 25, 2017 (FMC) – Kilaboonni Oromiyaa lamaan Piriimeer Liigii Itiyoophiyaatti guddachuu isaanii mirkaneeffatan Shaggarii fi Nageellee Arsiin shaampiyoonaa bara kanaa ta’uuf…
Oduu biyya keessaa Masoob Tajaajilli Giddugala tokkoo ce’umsa Diingadee diijitaalaa Itiyoophiyaaf tarkaanfii… Sifen Megersa May 2, 2025 0 Finfinnee, Ebla 24, 2017 (FMC) – Masoob Tajaajilli Giddugala tokkoo ce'umsa Diingadee diijitaalaa Itiyoophiyaaf tarkaanfii guddaa ta'uu Ministiroonni ibsan. Ministirri Ministeera Fayyaa…
Oduu biyya keessaa Mootummaan dhaabbilee biyyaalessaa cimsuuf murannoo cimaa qaba – TKM Sifen Megersa May 2, 2025 0 Finfinnee, Ebla 24, 2017 (FMC) – Mootummaan dhaabbilee biyyaalessaa cimsuuf murannoo cimaa qabaachuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksise. Kana dura rakkoolee qaamoleen tokko…