Oduu biyya keessaa Waajjirri Giiftii Duree deeggarsa wiilcharii taasise Ayana Dheressa May 28, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 20 , 2017 (FMC)- Waajjirri Giiftii Duree magaalaa Finfinneetti kutaalee hawaasaa rakkoof saaxilmaniif deeggarsa wiilcharii 46 taasise. Waajjirichi daa’imannii fi…
Oduu biyya keessaa Godinichatti dhaabbiin Biqiltuu baala shaayii eegale Ayana Dheressa May 28, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 20, 2017 (FMC)- Godina Iluu Abbaa Booritti dhaabbiin biqiltuu baala Shaayii eegaleera. Godinichatti biqiltuun baala shaayii miiliyoonni 40 ol dhaabbiif qophaa’e jedhe…
Oduu biyya keessaa Obbo Tamasgeen Xurunaan Phaaphaasota Mana Amantaa Ortodoksii Tawaahidoo waliin mari’atan Ayana Dheressa May 28, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 20,2017 (FMC) – Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan Phaaphaasota Mana Amantaa Ortodoksii Tawaahidoo waliin mari’ataniiru. Obbo Tamasgeen Xurunaan,…
Ispoortii Fiigichi xumuraa umrii waggaa 18 fi 20 gadii dorgomame Ayana Dheressa May 28, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 20,2017 (FMC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Itiyoophiyaa umrii wagga 18 fi 20 gadii magaalaa Dirre Dhawaatti gaggeeffamaa jiruun fiigichi xumuraa meetira kuma 5…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Inistiitiyuutii Ispees Saayinsiifi Ji’oospaashaalii Itiyoophiyaa daawwatan Ayana Dheressa May 28, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 20, 2017(FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad guyyaa har'aa Inistiitiyuutii Ispees Saayinsiifi Ji'oospaashaalii Itiyoophiyaa daawwataniiru.…
Oduu biyya keessaa Yuuniivarsiitichi qorannoo irratti hundaa’uun rakkoolee hawaasichaa furaa jira Yonatan Birhanu May 28, 2025 0 Finfinnee,Caamsaa 20, 2017 (FMC) – Yuuniivarsiitiin Haromaayyaa rakkolee hawaasumaa fi dinagdee hawaasaa furuuf qorannoo fi qo’annoon geggeessuun hojii hojjechaa tureen bu’aalee…
Oduu biyya keessaa Sirna haqaa cimsuuf qindoominni dhaabbilee raawwachiistota haqaa murteessaadha Ayana Dheressa May 28, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 20, 2017 (FMC )- Pireezidaantiin Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa Teewoodiroos Mihirat sirna haqaa cimsuuf qindoominni dhaabbilee raawwachiistota haqaa murteessaadha…
Oduu biyya keessaa Goondar Kibbaatti balaa Tiraafikaan lubbuun namoota 7 darbe Ayana Dheressa May 28, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 20, 2017 (FMC )- Godina Goondar Kibbaatti balaa tiraafikaa mudateen lubbun namoota 7 darbe Balichi Konkolaataan deddeebisaa uummataa Minibaasii namoota 18 fe’ee Goondar…
Oduu biyya keessaa Hojiirra oolmaan Tajaajila Giddugala Tokkoo Masoob agarsiistuu kutannaa fi mul’ata hoggantummaa ti –… Ayana Dheressa May 28, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 20, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri Rippaabilika Azarbaajaan Ruslaan Naasiiboov, dhiyeenyatti hojii kan eegale Tajaajila Giddugala Tokkoo Masoob ariitiin…
Teeknooloojii Kutaaleen ‘Ismaart Kominikeeshin’ dhaabbilee 24 keessatti ijaaraman eebbifaman Ayana Dheressa May 28, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 20, 2017(FMC) – Ministeerri Innooveeshiniifi Teeknooloojii kutaalee ‘Ismaart Kominikeeshin’ dhaabbilee 24 keessatti ijaare guyyaa har’aa eebbisiise. Kutaaleen kunneen…