Oduu biyya keessaa Imala Qaama miidhamtummaan hin daangeessine Tsehay Guluma Jun 21, 2025 0 Finfinnee,Waxabajjii 14, 2017 (FMC)_ Qaama Midhamtummaan na mudate abdii Murannoo osoo hintaane Cimina na horachiise jedhe Barataan Yuunivarsiiti Jimmaarra eebbifame. Jiraataan Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Faalama naannawaa ittisuuf hundi gahee isaa bahachuu qaba Tsehay Guluma Jun 21, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2017 (FMC)- Faalama naannawaa ittisuuf hundi gahee isaa bahachuu qaba jedhan Daayiektarri Olaantuun Abbaa Taayitaa Eegumsa Naannoo Injiinar Leelisee Nameen.…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Sagantaan eegalchiisa Tajaajila Lammummaa gaggeeffame Tsehay Guluma Jun 21, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2017 (FMC)- Sagantaan eegalchiisa hojii Tajaajila lammummaa Naannoo Oromiyaa Bulchiinsa Magaalaa Baatuutti eegaleera. Mootummaan waggoottan jijjiiramaa keessatti…
Oduu biyya keessaa Boordichi Abbootii qabeenyaa Kaappitaala Birrii biiliyoona 88 ol galmeessaniif lafa Invastimanti… Tsehay Guluma Jun 21, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2017 (FMC)- Boordiin Invastimantii Oromiyaa Abbootii qabeenyaa kuma 3 fi 781 ol ta'an Kaappitaala Birrii biiliyoona 88 ol galmeessisaniif lafa Invastimantii…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Salaalee barattoota ogummaa adda addaan barsiisaa ture eebbisiise Tsehay Guluma Jun 21, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2017 (FMC) –Yuunivarsiitiin Salaalee barattoota ogummaa adda addaan sagantaa idilee fi idileen alaan barsiisaa ture kuma 1 ol marsaa 7ffaaf eebbisiisaa jira.…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiwwan garaagaraa barattoota eebbisisan Tsehay Guluma Jun 21, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2017 (FMC )- Yuunivarsiitiin Haramaayaa fi Arsii barattoota gosa barnootaa gargaraan barsiisaa ture eebbisisaniiru. Yuunivarsitiin Haramaayaa Marsaa 70ffaaf…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Dambii Dolloo Barattoota Muummee Barnootaa garaagaraan barsiisaa ture eebbisise Tsehay Guluma Jun 21, 2025 0 Finfinnee,Waxabajjii 14, 2017_Yuunivarsiitiin Dambii Dolloo Barattoota Muummee Barnootaa garaagaraan barsiisa ture Kuma 2 ol eebbisiseera. Yuunivarsiitichi Barattoota Digirii…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa barattoota 998 eebbisise Tsehay Guluma Jun 21, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2017 (FMC )-Yuunvarsiitiin Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa barattoota muummeewwan garaagaraan barsiisaa ture 998 guyyaa har’aa eebbisiseera. Sirna…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Paan-Afrikaaniizimiin akka cimuuf gahee ishee bahachaa jirti- Dooktar Tasfaayee… Ayana Dheressa Jun 20, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2017(FMC)- Itiyoophiyaan yaadama man-dhalee maddisiisuun Paan-Afrikaaniizimiin akka cimuuf gahee ishee bahachaa jirti jedhan Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataatti…
Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan jila Azerbaajaan waliin mari’atan Ayana Dheressa Jun 20, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2017(FMC)- Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan Dura Taa’aa Dhaabbata Paabilik Sarvisiifi Kalaqa Hawaasummaa Oolivii Meediiyeev fi Ambaasaaddara…