Oduu biyya keessaa Caffeen Oromiyaa yaa’ii idilee 9ffaa gaggeessu eegale Sifen Megersa Jul 19, 2025 0 Finfinnee Adoolessa 12, 2017 (FMC) - Caffeen Oromiyaa Yaa'ii idilee 9ffaa waggaa 4ffaa bara Hojiii caffee 6ffaa gaggeessuu eegaleera. Yaa'icharratti Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo…
Ispoortii Noonii Maaduukeen Arsenaaliif mallatteesse Ayana Dheressa Jul 18, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 11, 2017(FMC)- Jifataan Cheelsii Noonii Maaduukeen ifatti Arseenaalitti makameera. Noonii Maaduukeen waliigaltee waggaa shanii hanga bara 2030’tti Arseenaal isa…
Teeknooloojii Diijitaal Itiyoophiyaa 2030 dandeettii raawwachiisummaa dhaabbilee ni guddisa Ayana Dheressa Jul 18, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 11, 2017(FMC)- Ministirri Ministeera Innooveeshiniifi Teeknooloojii Dooktar Ballaxaa Mollaan Diijitaal Itiyoophiyaa 2030 dandeettii raawwachiisummaa dhaabbilee ni…
Ispoortii Gullisoo 1-1 Dul Azahaabii Ayana Dheressa Jul 18, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 11, 2017 (FMC) - Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaan Gullisoon Dul Azahaabii waliin galchii 1’n qixa bahe. Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaan…
Oduu biyya keessaa Piroojektoonni barnootaa 150 har’a eebbifaman bu’aa amanamummaan tajaajiluuti- Kantiibaa Adaanech… Ayana Dheressa Jul 18, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 11, 2017(FMC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen piroojektoonni barnootaa 150 guyyaa har’a eebbifaman bu’aa ifaajjiifi amanamummaan tajaajiluuti…
Ispoortii Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaan Itiyoophiyaan Nahaasii dabalataa argatte Sifen Megersa Jul 18, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 11, 2017 (FMC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa umrii waggaa 18 fi 20 gadii Naayijeeriyaatti gaggeeffamaa jiruun Itiyoophiyaan Meedaaliyaa Nahaasii dabalataa…
Oduu biyya keessaa Ergaa Ministira Muummee Itti Aanaa Sifen Megersa Jul 18, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 11, 2017 (FMC) – Barri baajataa 2018 bara imala dandamachuu cichoomsuuf bu’aawwan haaraa galmeessuuf waloon hojjennuudha jedhan Ministirri Muummee Itti Aanaan obbo…
Oduu biyya keessaa Adeemsa marii keessatti hirmaannaa paartilee dorgomtootaa guddisuuf hojjetamaa jira Ayana Dheressa Jul 18, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 11, 2017(FMC)- Komishiniin Marii Biyyaalessaa adeemsa marii keessatti hirmaannaa paartilee dorgomtootaa guddisuuf hojjetamaa jira jedhe. Dubbii Himaan Komishinichaa…
Fayyaa Tatamsa’ina dhibee Busaa ittisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira – BFO Sifen Megersa Jul 18, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 11, 2017 (FMC) – Oromiyaatti tatamsa’ina Dhibee Busaa ittisuuf hojjetamaa jira jedhe Biiroon Fayyaa Oromiyaa. Godinaalee dhibichaaf saaxilamoo ta’an adda baasuun…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan diinagdee cimaafi waaraa ijaaraa jirti- Dooktar Iyyoob Takkaalliny Ayana Dheressa Jul 18, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 11, 2017(FMC)- Ministir Deetaan Ministeera Maallaqaa Dooktar Iyyoob Takkaalliny Itiyoophiyaan diinagdee cimaafi waaraa ijaaraa jirti jedhan. Konfiransiin…