Ispoortii Cheelsiin Shaampiyoonaa Kilaboota addunyaa ta’e Sifen Megersa Jul 14, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2017 (FMC) - Dorgommii Kilaboota Addunyaa yeroo jalqabeef gaggeeffameen Cheelsiin Shaampiyoonaa ta'eera. Cheelsiin galchii 3 fi 0n PSG injifachuun Shaampiyoonaa…
Oduu biyya keessaa Du’aan boqochuu Pireezidaantii duraanii Naayijeeriyaa Muhaammaduu Buhaarii hordofee Dooktar… Sifen Megersa Jul 13, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2017 (FMC) - Du'aan boqochuu Pireezidaantii duraanii Naayijeeriyaa Muhaammaduu Buhaarii hordofee Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad gaddi itti dhagahamuu…
Idil Addunyaa Pireezidaantiin duraanii Naayijeeriyaa Muhaammaduu Buhaariin boqotan Sifen Megersa Jul 13, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin duraanii Naayijeeriyaa Muhaammaduu Buhaariin umrii waggaa 82ffaa isaaniitti addunyaa kanarraa du'aan boqotan. Muhaammaduu Buhaariin…
Oduu biyya keessaa Rakkoo qulqullina Barnootaa mudate furuuf mootummaan bu’uura boruurratti hojjetaa jira Sifen Megersa Jul 13, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2017 (FMC) - Rakkoo qulqullina Barnootaa mudate furuuf mootummaan bu'uura boruurratti hojjetaa jira jedhe Biiroon Barnootaa Oromiyaa. Daa'imman miiliyoonni 2 ol…
Oduu biyya keessaa Gareen Shubbisa Aadaa Aandi Itiyoophiyaa dorgommii Shubbisa Faanaa 80 injifate Sifen Megersa Jul 13, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2017 (FMC) - Torbeewwan saglan darbaniif dorgomamaa kan ture dorgommiin shubbisa Faanaa 80 olaantummaa garee shubbisa Aadaa Aandi Itiyoophiyaan xumurame. Dorgommichi…
Biiznasii Fooyyeessi diinagdee taasifame Abbootiin qabeenyaa Hindii Itiyoophiyaatti hojjechuuf fedhii qaban… Sifen Megersa Jul 13, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2017 (FMC) - Fooyyeessi diinagdee taasifame Abbootiin qabeenyaa Hindii fedhii Itiyoophiyaatti hojjechuuf qaban guddise jedhan Itiyoophiyaatti Ambaassaddarri Hindii…
Biiznasii Oromiyaatti bara 2018 galii Birrii biiliyoona 200 fi biiliyoona 87 ol walitti qabuuf karoorfame Sifen Megersa Jul 13, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2017 (FMC) - Bara baajataa 2018 galii Birrii biiliyoona 200 fi biiliyoona 87 ol walitti qabuuf karoorfame jedhe Biiroon Galiiwwanii Oromiyaa. Humna naannichi qabu…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalichaa misooma magaalota naannolee tumsuun badhaadhina hundagaleessaaf hojjechaa… Sifen Megersa Jul 13, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2017 (FMC) - Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee misooma magaalota naannolee tumsuun badhaadhina hundagaleessa mirkaneesssuf hojjechaa jira jedhan Kantibaan magaalichaa…
Oduu biyya keessaa Abbootiin Gadaa Arsii fi maanguddoonni seeran tuman Sifen Megersa Jul 13, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2017 (FMC) –Yaa'iin Gadaa Sikkoo Mandoo Sirna Murtii Haqaa kennameen xummurameera. Yaa'ii kana irrattis Seeroonni Shan Lallabamanaaniiru. Seeroonni…
Biiznasii Oromiyaatti bara kana Misooma Turizimiirraa Birrii biiliyoonni 42 fi miiliyoonni 400 ol argame Sifen Megersa Jul 13, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2017 (FMC) –Gamaggamni rawwwii hojii paartiifi Mootummaa Naannoo Oromiyaa gaggeeffamaa jira. Bara baajataa xumurame keessa Misooma Turizimiin tuuristoota biyya…