Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy boru Paarlaamaaf ibsa kennu Sifen Megersa Jul 2, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad boru raawwii karoora bara 2017 ilaachisee Miseensota Mana Maree Bakka bu’oota ummataaf ibsa kennu. Manni…
Oduu biyya keessaa Godinichatti Aadaa Hojii Jijjiiruun hongee hambisuun danda’ame Sifen Megersa Jul 2, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2017 (FMC)- Godina Booranaatti aadaa hojii jijjiiruun hongee hambisuun danda’ame jedhe Bulchinsi godinichaa. Godinichatti aadaa hojii jijjiiruun hongee hambisuun…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Salaalee gorsa seeraa fi tajaajila abukaatoo bilisaan nuuf kennuun isaa haqa keenya… Sifen Megersa Jul 2, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2017 (FMC) – Yuunivarsiitiin Salaalee tajaajila gorsa seeraa fi abukaatoo bilisaan nuuf kennuun isaa haqa keenya akka argannu nu gargaare jedhan jiraattoonni Godina…
Oduu biyya keessaa Adeemsi liqaa akka si’atuuf Sanadni waliigaltee akka qophaa’u yaadni dhiyaate Ayana Dheressa Jul 1, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2017 (FMC )- Ministir Deetaan Ministeera Maallaqaa Dooktar Iyyoob Takkaaliny adeemsi liqaa biyyoota gidduu si’ataa akka ta’uuf sanadni waliigaltee idileen akka…
Oduu biyya keessaa Buufanni Qindaa’aa Konkolaataa Magaalaa Jimmaa eebbifame Ayana Dheressa Jul 1, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2017 (FMC )- Buufanni Qindaa’aa Konkolaataa Magaalaa jimmaa eebbifameera. Ijaarsi buufatichaa harkifatee komii haawaasaa kaasaa kan ture yoo ta'u, bara darbee…
Oduu biyya keessaa Hawaasa fayya qabeessa horachuuf deeggarsi dhaabbilee barnoota oolaanoo murteessaadha Ayana Dheressa Jul 1, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2017 (FMC)- Yuunivarsiitiin Haramaayaa waggoottan 2’n darban meeshaalee fayyaa Birrii miiliyoona 800 olitti tilmaamaman hospitaalotaaf deeggarsa taasiseera jedhan…
Oduu biyya keessaa Hojiilee Ijoo Ministirri Muummee Dooktar Abiy baatii Caamsaa fi Waxabajjii hojjetan Ayana Dheressa Jul 1, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad baatii Caamsaa fi Waxabajjii hojiilee ijoo damee misoomaa, guddina teeknooloojii, dippiloomaasii tarsimawaa…
Oduu biyya keessaa Wixineen labsii mirga abbummaa manneen jireenyaa lammiilee alaa ragga’e Ayana Dheressa Jul 1, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2017 (FMC )- Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa wixinee labsii mirga abbummaa manneen jireenyaa lammiilee alaa raggaasise. Mana Marichaatti Koree Dhaabbiin…
Oduu biyya keessaa Mootummaan fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jira- Obbo Awwaluu Abdii Ayana Dheressa Jul 1, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2017 (FMC )- Pireezidaantii Itti aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Awwaluu Abdiin mootummaan fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jira…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Ashaaraa Magariisaa diinagdee biyyaa utubaa jira- obbo Addisuu Araggaa Ayana Dheressa Jul 1, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2017 (FMC )- Sagantaan Ashaaraa Magariisaa madaala uumaamaa tiksuun cinatti diinagdee biyyaa utubaa jira jedhan Sadarkaa Itti Aanaa Pirezidaantii Mootummaa Naannoo…