Ispoortii Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 6ffaan.. Sifen Megersa Sep 27, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 17, 2018 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 6ffaan har’aa eegaluun taphatamu. Har’a waaree booda sa’aatii 8:30 eegalee Bireentifoordi – Maanchiister…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Masqalaa kabajamaa jira Sifen Megersa Sep 27, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 17, 2018 (FMC) - Ayyaanni Masqalaa hordoftoota Amantaa Kiristiyaanaa guutuu Itiyoophiyaatti argaman biratti kabajamaa jira. Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad,…
Oduu biyya keessaa Ajajni Bahaa sochii garee finxaaleyyii hordofuun tarkaanfii fudhachuun nageenya mirkaneessaa jira-… Ayana Dheressa Sep 26, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2018(FMC)- Raayyaan Ittisa Biyyaa Ajajni Bahaa sochii garee finxaaleyyii hordofuun tarkaanfii fudhachuun nageenya mirkaneessaa jira jedhan Itti aanaan Itaamaajoor…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Daamaraa Masqalaa yeroodhaa gara yerootti haala ho’aa ta’een kabajamaa dhufeera- Kantiibaa… Ayana Dheressa Sep 26, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2018(FMC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaanni Daamaraa Masqalaa yeroodhaa gara yerootti haala ho’aa ta’een kabajamaa dhufeera jedhan.…
Oduu biyya keessaa Ayyaanonni Uummataafi amantaa agarsiistuu heddummina Itiyoophiyaati- TKM Ayana Dheressa Sep 26, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2018(FMC)- Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ayyaanonni Uummataafi amantaa agarsiistuu heddummina Itiyoophiyaati jedhe. Ayyaanni Daamaraa Masqalaa hambaalee…
Oduu biyya keessaa Obbo Tamasgeen Xurunaa Ayyaana Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan Ayana Dheressa Sep 26, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2018(FMC)- Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaa Ayyaana Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Ayyaanni Masqalaa ayyaana irra…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Ayyaana Masqalaa fi Irreechaa sababeeffachuun maaddii qoodan Ayana Dheressa Sep 26, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2018 (FMC) - Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Masqalaa fi Irreechaa sababeeffachuun maaddii qoodaniiru. Kutaalee magaalotaa fi aanaalee…
Ispoortii Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa bu’aa gadi aanaa galmaa’eef dhiifama gaafate Ayana Dheressa Sep 26, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2018(FMC)- Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa bu’aa gadi aanaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa irratti galmaa’eef dhiifama gaafate. Pirezidaantiin…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Raashaa Vilaadmiir Puutiin waliin mari’atan Ayana Dheressa Sep 26, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2018(FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Raashaa Vilaadmiir Puutiin waliin mari'ataniiru. Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Abeebeen manneen jireenyaa 253 namoota biyyaaf oolmaa oolaniif dabarsan Sifen Megersa Sep 26, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2018 (FMC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen manneen jireenyaa 253 namoota biyyaaf oolmaa oolaan, harka qalleeyyii fi maanguddootaaf…