Hidhi Haaromsaa injifannoo cululuqaa dhaloonni kun dafqa, dhiigaafi yaadaan qabsaa’ee injifateedha-…
Finfinnee, Fulbaana 12, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan Hidhi Haaromsaa injifannoo cululuqaa dhaloonni kun dafqa, dhiigaafi yaadaan qabsaa’ee injifateedha…