Oduu biyya keessaa Sirni awwaalchaa Hajii Muftii Umar Idiriis raawwate Sifen Megersa Oct 20, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2018(FMC) – Sirni awwaalchaa Pireezidaantii duraanii Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa Hajii Muftii Umar Idiriis raawwateera. Ulaamoonni,…
Oduu biyya keessaa Misooma Ruuzii godina Jimmaatti Sifen Megersa Oct 20, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2018(FMC) – Godina Jimmaatti lafa hektaara kuma 300 fi kuma 54 ol irratti Ruuziin misoomeera. Oomisha bara kanaarraa callaa kuntaalli miiliyoonni 14 ol ni…
Oduu biyya keessaa Reeffa Hajii Muftii Umar Idiriisiif Galma Barkumeetti sirni gaggeessaa raawwatamaa jira Sifen Megersa Oct 20, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2018(FMC) – Reeffa Pireezidaantii duraanii Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa Hajii Muftii Umar Idiriisiif Galma Barkumeetti sirni gaggeessaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Iyyoob Takkaallinyi Daayrektera Olaanaa Dhaabbata Daldalaa Addunyaa waliin mari’atan Ayana Dheressa Oct 20, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2018 (FMC) –Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Dooktar Iyyoob Takkaallinyi Daayrektera Olaanaa Dhaabbata Daldalaa Addunyaa Dooktar Nigoozii Okoonjoo…
Ispoortii Atileet Shuree Damisseen fiigicha Maaraatoonii Tooroontoo Watar Firoonti injifatte Sifen Megersa Oct 20, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2018(FMC) – Atileet Shuree Damisseen Fiigicha Maaraatoonii Tooroontoo Watar Firoonti 2025 injifatte. Atileet Shureen fageenyicha sa’aatii 2, daqiiqaa 21 fi…
Oduu biyya keessaa Sirni Solaataa fi kadhannaa Reeffa Hajii Muftii Umar Idiriis gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Oct 20, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2018(FMC) – Sirni Solaataa fi kadhannaa Reeffa Hajii Muftii Umar Idiriis bakka waggoottan 40’f itti barsiisan Masjiida Nuuritti gaggeeffamaa jira. Sagantaa…
Idil Addunyaa Balaan abiddaa buufata xiyyaaraa Baangilaadishitti mudate qabeenya Doolaara biiliyoona 1 barbadeesse Ayana Dheressa Oct 20, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 10, 2018 (FMC)- Balaan abiddaa buufata xiyyaaraa Baangilaadishitti mudate qabeenya Doolaara biiliyoona 1’tti tilmaamamu barbadeesse. Balaan abiddaa giddugala…
Oduu biyya keessaa Paarkii Biyyaalessaa Gaarreen Baalee… Sifen Megersa Oct 20, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2018(FMC) – Paarkiin Biyyaalessaa Gaarreen Baalee qabeenya uumamaa Itiyoophiyaan qabdu keessaa tokkoodha. Kallattii Kibba Bahaa Itiyoophiyaan Naannoo Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Qaala’iinsa jireenyaa tasgabbeessuufi gargaaramtummaarraa bahuuf qindoominni dhaabbilee qooda… Ayana Dheressa Oct 20, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 10, 2018(FMC)- Galmoota qaala’iinsa jireenyaa tasgabbeessuufi gargaaramtummaarraa bahuu milkeessuuf qindoominni dhaabbilee qooda fudhattootaa cimuu qaba jedhan…
Oduu biyya keessaa Sirna gaggeessaa reeffa Hajii Muftii Umar Idiriis Qa’ee isaanii gara Masjiida Nuuritti Sifen Megersa Oct 20, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2018(FMC) – Reeffi Hajii Muftii Umar Idiriis mana jireenyaa isaanii gara Masjiida Nuuritti gaggeeffamaa jira. Sagantaa gaggeessaa kanarratti Ulaamaawwan,…