Qamadii Bonaan hanga ammaatti lafti heektarri miiliyoonni 1fi kuma 800 ol faca’e- BQO
Finfinnee, Sadaasa 30, 2018 (FMC)- Misooma qamadii bonaan hanga ammaatti lafti heektarri miiliyoonni 2 fi kuma 500 ol qotamuun lafti heektarri miiliyoonni 1 fi kumni 800 ol faca’eera jedhan…