Oromiyaatti Barattoonni miiliyoona 1 fi kuma 300 ol Qormaata Naannoo kutaa 6ffaa fi 8ffaa ni…
Finfinnee, Caamsaa 3, 2017 (FMC)- Naannoo Oromiyaatti bara kana Barattonni miiliyoona 1 fi kuma 300 fi kuma 61 fi 400 Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaa fi 8ffaa walduraa duubaan kan fudhatan…