Naannoo Oromiyaatti sanyii filatamaan kuntaalli kumni 700 ol raabsamaa jira
Finfinnee, Ebla 28, 2017(FMC)-Naannoo Oromiyaatti bara oomishaa 2017/18'f sanyii filatamaan kuntaalli kumni 700 fi kumni 50 qonnaan bultootaaf raabsamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa naannichaa…