Filannoon Mana Maree Olaanaa Dhimmoota Islaamummaa Magaalaa Finfinnee gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 25, 2017(FMC)- Filannoon miseensota Hojii Raawwachiistuu, Oodiitii fi Inispeekshinii Mana Maree Olaanaa Dhimmoota Islaamummaa Magaalaa Finfinnee gaggeeffamaa jira.…