Oduu biyya keessaa Manni Marichaa baajata Birrii Tiriiliyoona 1.93 raggaasise Ayana Dheressa Jul 3, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2017 (FMC) - Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa Walga’ii Idilee 42ffaa har’a taa’een wixinee labsii baajata bara 2018 Birrii Tiriiliyoona 1.93 ta’uun dhiyaate…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad galmi Ashaaraa Magariisaa baranaa akka milkaa’uuf hundi akka hirmaatu gaafatan Ayana Dheressa Jul 3, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad galmi Ashaaraa Magariisaa baranaa akka milkaa’uuf hundi akka hirmaatu waamicha dhiyeessaniiru.…
Oduu biyya keessaa Godinichatti Piroojektoonni 656 Birrii biiliyoona 2.3’n ijaaraman tajaajilaaf banamaa jiru Sifen Megersa Jul 3, 2025 0 Finfinnee ,Waxabajjii 26, 2017 (FMC) - Godina Iluu Abbaa Boor aanaalee garaagaraatti Pirojektoonni misoomaa fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessan 656 Birrii biiliyoona 2 fi miiliyoona 300…
Oduu biyya keessaa Hidhaan Guddichi Haaromsa Itiyoophiyaa yeroo dhiyootti ni eebbifama – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Jul 3, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2017 (FMC) – Hidhaan Guddichi Haaromsa Itiyoophiyaa yeroo dhiyootti ni eebbifama jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Ministirri Muummee FDRI…
Biiznasii Bara dhufu Itiyoophiyaan yeroo jalqabaaf oomisha gaazii gabaaf ni dhiyeessiti– Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Jul 3, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2017 (FMC) – Sadarkaa mootummaatti dhaabbilee humna qaban seektaricharratti akka bobba’an taasisuun, Itiyoophiyaan yeroo jalqabaaf bara dhufu oomisha Gaazii gabaaf…
Oduu biyya keessaa Lammiilee miiliyoona 23 Seeftineetii keessaa baasuun danda’ameera – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Jul 3, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2017 (FMC) – Lammiilee seeftineetiin hammatamanii turan miiliyoona 27 seeftineetii keessaa baasuuf hojii hojjetamaa tureen bara kana lammiilee miiliyoona 23…
Oduu biyya keessaa Godinichatti Pirojektoonni 310 Birrii biiliyoona 6.3 hojjetaman eebbifaman Sifen Megersa Jul 3, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2017 (FMC) – Godina Harargee Bahaatti Pirojektoonni garaa garaa 310 ta’an Birrii biiliyoona 6.3’n hojjetaman eebbifaman. Pirojektoonni kunneen hawaasa godinichaa…
Oduu biyya keessaa Doolaara biiliyoona 3.5 Waanjoo Idaa Itiyoophiyaarraa kaafneerra – Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa Jul 3, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2017 (FMC) – Doolaara biiliyoona 3.5 Waanjoo Idaa Itiyoophiyaarraa kaafneerra jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Dooktar Abiy Ahimad. Ministirri Muummee FDRI…
Oduu biyya keessaa Guddina Itiyoophiyaatti argameef hojjettoonni mootummaa sadarkaan jiran qooda adda duree qabu –… Ayana Dheressa Jul 3, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2017 (FMC) – Guddina Itiyoophiyaatti argameef hojjettoonni mootummaa sadarkaan jiran qooda adda duree qabu jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Bara kana tuuristoonni alaa miiliyoonni 1 fi kumni 300 Itiyoophiyaa daawwataniiru- Dooktar Abiy… Ayana Dheressa Jul 3, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2017(FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad bara kana tuuristoonni alaa miiliyoona 1 fi kuma 300 ta’an Itiyoophiyaa daawwataniiru jedhan. Ministirri…