Oduu biyya keessaa Dhidhiphachuu Tiraafikaan lubbuu du’a suukaneessaa oolte Sifen Megersa Jun 13, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2017 (FMC) – Sababa dhidhiphachuu Tiraafikaan barfachuun lubbuu du’a suukaneessaa oolte Buumii Chuuhaanii. Balaa Xiyyaaraa Hindii lubbuu namoota 241 galaafate…
Oduu biyya keessaa Hojiin Itiyoophiyaan godaantota simachuun hojjechaa jirtu dinqisiifatame Ayana Dheressa Jun 13, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2017 (FMC) – Hojii Itiyoophiyaan godaantota simachuun hojjechaa jirtu kan dinqisiifatamudha jedhan Mootummoota Gamtoomaniitti Komishinarri Olaanaan Godaantotaa…
Oduu biyya keessaa Dorgommiin moo’aa moo’attootaa Faanaa Laamroota marsaa 5ffaan boru eegala Sifen Megersa Jun 13, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2017 (FMC) – Dorgommiin moo’aa moo’attootaa Faanaa Laamroota marsaa 5ffaan boru Waxabajjii 7, 2017 eegala. Dorgomtoonni dorgommii boqonnaa 17, 18 fi 19ffaa…
Oduu biyya keessaa Abbaan Taayitaa Naannoo Sidaamaa galii Birrii biiliyoona 12 ol walitti qabe Ayana Dheressa Jun 13, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2017 (FMC) – Abbaan Taayitaa Naannoo Sidaamaa galii Birrii biiliyoona 12 fi miiliyoona 400 walitti qabe. Naannichatti mata duree “ Kaffalaan Gibiraa Amanamaan…
Oduu biyya keessaa Manneen jireenyaa qulqullinaa fi saffisaan ijaaramanii akka xumuraman xiyyeeffannoo addaan… Sifen Megersa Jun 13, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2017 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti Manneen jireenyaa qulqullinaa fi saffisaan ijaaramanii akka xumuraman xiyyeeffannoo addaan hojjetamaa jira jedhan Kantiibaan…
Idil Addunyaa Imala miseensota maatii tokkoo lubbuu namoota 5 galaafate Sifen Megersa Jun 13, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2017 (FMC) – Imala miseensota maatii tokkoo lubbuu namoota 5 galaafate balaa Xiyyaaraa Hindii. Ogeessa Sooftweerii kan ta’e Dooktar Piraatiik Joosiin waggoota…
Oduu biyya keessaa Lammii dorgomaa ta’uuf qormaata osoo hin hatiin hojjedhaa- Piroofeesar Birhaanuu Naggaa Ayana Dheressa Jun 13, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2017 (FMC)- Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaan Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa Godina Kambaataa Mana Barumsaa Sadarkaa 2ffaa…
Biiznasii Rakkoo guddaan gabaa aannanii daldala seeraan alaati – BQO Sifen Megersa Jun 13, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2017 (FMC) – Aannan qulqulluu gabaarratti barbaadamu oomishuuf tattaaffiin taasifamaa jira jedhe Biiroon Qonnaa Oromiyaa. Rakkoo guddaan gabaa aannanii daldala…
Idil Addunyaa Lubbuu du’arraa baraaramte Yonatan Birhanu Jun 12, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2017 (FMC) – Dhalatan Hindii lammumman isaa Ingiliz ta’e Viishvaash Kumaar Raameesh balaa xyaaraa har’a Hinditti mudate irraa hafuun isaa ajaa’iba jedhamaa jira.…
Idil Addunyaa Balaa xiyyaaraa Hinditti mudateen lubbuun namoota 204 darbuun mirkanaa’e Yonatan Birhanu Jun 12, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2017 (FMC) – Balaa xiyyaaraa Hinditti mudateen lubbuun namoota 204 darbuun mirkanaa’eera jedha gabaasni BBC. Xiyyaarri “Booyiing 787- 8” Hindii buufata xiyyaaraa…