Fayyaa Yaalli Daa’imman Mudaa waliin dhalatanii kennamaa jira Sifen Megersa Mar 4, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 25, 2017 (FMC) –Yaalli Daa'imman Mudaa Qabanii har’aa eegalee duulaan kennamaa jiraachuu ibsameera. Biiroon Fayyaa Oromiyaa deeggartoota isaa waliin ta'uun duula…
Oduu biyya keessaa Naannoo Tigraayitti hambaaleen durii haaromfamaa jiru jedhame Ayana Dheressa Mar 4, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 25, 2017 (FMC) – Naannoo Tigraayitti hojiin hambaaleen durii haaromfamaa fi suphamaa jiraachuu Biiroon Aadaa fi Tuurizimii Bulchiinsa Yeroo naannichaa ibseera.…
Idil Addunyaa IGAD walga’ii Nageenyaa fi Tasgabbii Naannawaa Finfinneetti taa’aa jira Sifen Megersa Mar 4, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 25, 2017 (FMC) – Dhaabbanni Misoomaa Mootummoota Baha Afrikaa (IGAD) Walga’ii Nageenyaa fi Tasgabbii Naannawaa Magaalaa Finfinneetti taa’aa jira. Barreessaa Olaanaa…
Oduu biyya keessaa Waliigalteen damee tuurizimii jajjabeessuuf dandeessisu mallattaa’e Ayana Dheressa Mar 4, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 25, 2017 (FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa, Ministeerri Tuurizimii fi Tajaajilli Immigireeshiniifi Lammummaa waliigaltee damee tuurizimii jajjabeessuuf…
Oduu biyya keessaa Warshaan Dhagaa Cilee Daawuroo carraa Invastimantii ta’e jedhame Tsehay Guluma Mar 4, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 25, 2017 (FMC) – Warshaan Dhiqaa Dhagaa Cilee Daawuroo Invastimantii hawwachuuf carraa akka uumu ibsameera. Warshaan Dhiqaa Dhagaa Cilee Daawuroo…
Oduu biyya keessaa Paarkichatti Abbootiin qabeenyaa 10 hanga xumura bara baajata 2017 tti gara oomishaatti galu jedhame Tsehay Guluma Mar 4, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 25, 2017 (FMC) -Hanga xumura bara baajatichaatti Abbootiin qabeenyaa 10’n Paarkii Indaastirii Qonna Qindaa’aa Bulbulaatti oomisha kan eegalan ta’uu Korpooreeshiniin…
Oduu biyya keessaa Yaa’a Naayil irratti Giddugala Nageenya Hidhaa hundeessuuf mari’atame Ayana Dheressa Mar 4, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 25, 2017 (FMC) – Yaa’a Naayil irratti Giddugala Nageenya Hidhaa hundeessuuf dhimmoota tarsiimawoorratti mari'atamuun ibsameera. Waltajjicharratti komishinaroonnii…
Oduu biyya keessaa Itiyoo- Injinariing Giruuppi Iskuutarii fi Biskileetii oomishuu eegale Ayana Dheressa Mar 4, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 25, 2017 (FMC) – Itiyoo- Injinariing Giruuppi Indaastirii Oomishaa Awutoomootiivii Bishooftuutti Iskuutarii chaarjiin hojjetuu fi Biskileetii oomishuu eegalu Hojii…
Oduu biyya keessaa Galmi Aadaa Kubii Curraan bakka dhaloonni aadaa isaa itti jabeeffatuudha jedhame Sifen Megersa Mar 4, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 25, 2017 (FMC) – Sadarkaan ijaarsi Galma Aadaa Kubii Curraan irraa jiru daawwatameera. Galmi Aadaa Kubii Curraa Magaalaa Yaaballootti ijaaramaa kan jiru yoo ta’u,…
Oduu biyya keessaa Diillaatti Piroojektiin Bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona 300 fi miiliyoona 80’n ijaarame… Tsehay Guluma Mar 4, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 25, 2017 (FMC)- Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Geediyoo Magaalaa Diillaatti Piroojektiin bishaan dhugaatii Birrii Miiliyoona 300 fi miiliyoona 80’n ijaarame…