Injifannoon Adwaa injifannoo Afrikaanoota hundaati – Raayyaa Ittisaa
Finfinnee, Guraandhala 17, 2017 (FMC) – Guyyaan Injifannoo Adwaa 129ffaan mata duree ‘Adwaa injifannoo Ummattoota Gurraachaa’ jedhuun kan kabajamu ta’uu Raayyaan Ittisa Biyyaa beeksiseera.…