Ispoortii Qidduus Giyoorgis 0 – 0 Buna Itiyoophiyaa Sifen Megersa Feb 2, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2017 (FMC) - Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 18ffaan taphni darbii Shaggar Qidduus Giyoorgis fi Buna Itiyoophiyaa gidduutti taphatame galchii malee qixaan…
Oduu biyya keessaa Hawaasni Musiliimaa nageenya biyya isaa eeggachuu qaba – Sheek Hajii Ibraahiim Tufaa Sifen Megersa Feb 2, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2017 (FMC) - Hawaasni Musiliimaa yeroo kamiiyyuu caalaa nageenya biyya isaa eeggachuu akka qabu Pireezidaantiin Mana Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa…
Oduu biyya keessaa Har’a teeknooloojiin deeggaramnee filannoo Paartii Badhaadhinaa gaggeessineerra –… Sifen Megersa Feb 2, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2017 (FMC) - Har'a teeknooloojiin deeggaramnee filannoo Paartii Badhaadhinaa gaggeessineerra jedhan Ministirri Muummee FDRI fi Pireezidaantiin Paartii Badhaadhinaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Alamuu Simee fi Obbo Ordiin Badiriin, Dooktar Abiy Ahimadiin baga gammaddan jedhan Sifen Megersa Feb 2, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2017 (FMC) - Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa ta'uun filatamuu hordofee Pireezidaantiin Naannolee Hararii Obbo Ordiin Badirii fi Ministirri…
Reediyoo Naannoo Tigraayitti gaaffiiwwan misoomaa uummatni kaasu deebisuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jira… Sifen Megersa Feb 2, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2017 (FMC) - Nageenya Naannoo Tigraayitti argame waaressuu fi gaaffiiwwan misoomaa uummatni kaasu deebisuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuu Bulchiinsi yeroo…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa ta’uun filataman Sifen Megersa Feb 2, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2017 (FMC) -Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa ta'uun filatamaniiru. Yaa'ii Idilee 2ffaan Paartii Badhaadhinaa oolmaasaa guyyaa 3ffaan Dooktar…
Oduu biyya keessaa Dorgommiin xumuraa Qur’aanaafi Azaanaa idil addunyaa 2ffaan dorgomamaa jira Sifen Megersa Feb 2, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2017 (FMC) - Dorgommiin xumuraa Qur'aanaafi Azaanaa idil addunyaa 2ffaan qopheessummaa Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaafi Waldaa Qur'aanaa Zayid Ibnuu…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan biyyoota Afrikaaf mallattoo walabummaa fi tokkummaati – bakka buutota Paartiilee Sifen Megersa Feb 2, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2017 (FMC) - Itiyoophiyaan biyyoota Afrikaaf mallattoo walabummaa fi tokkummaa ta'uu bakka buutonni Paartii Obboleeyyanii biyyoota garaagaraa Yaa'ii paartii…
Oduu biyya keessaa Yaa’ii Idilee 2ffaan Paartii Badhaadhinaa oolmaasaa guyyaa 3ffaan Pireezidaantii fi… Sifen Megersa Feb 2, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2017 (FMC) - Yaa'iin Idilee 2ffaa Paartii Badhaadhinaa Magaalaa Finfinnee Godambaa Yaadannoo Injifannoo Adwaatti ta'aamaa jiruun Pireezidaantii fi Pireezidaantoota…
Ispoortii Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphni har’a Arsenaal Maanchiister Siitii keessummeessu ni… Sifen Megersa Feb 2, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2017 (FMC) - Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 24ffaan taphni har'a Arsenaal Maanchiister Siitii keessummeessu ni eegama. Taphoonni torbee 24ffaa kunneen…