Oduu biyya keessaa Labsiin Barnoota waliigala ragga’e Debela Tadesse Jan 30, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2017 (FMC)-Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 17ffaa gaggeesseen, labsii barnoota waliigalaa raggaasiseera. Gabaasaa fi yaada murtoo Wixinee…
Oduu biyya keessaa Luba Balaay Mokonniin fa’aa hidhaa cimaa fi maallaqaan akka adabaman itti murtaa’e Debela Tadesse Jan 30, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2017 (FMC)- Lubni Balaay Mokonniin fa’aan hidhaa cimaa fi maallaqaan akka adabaman Manni Murtii Olaanaa Federaalaa itti murtaa’eesse. Manni Murtichaa Ramadii…
Oduu biyya keessaa Daayrektarri Olaantuu IMF Itiyoophiyaa daawwachuufi Debela Tadesse Jan 30, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2017 (FMC)-Daayrektarri Olaantuu Dhaabbata Maallaqaa Addunyaa (IMF) Kiristaaliinaa Joorjiyeev Itiyoophiyaatti daawwannaa hojii taasisuufi jedhame. Kiristaaliinaa…
Idil Addunyaa Balaa Xiyyaaraa Ameerikaatti mudateen hanga ammaatti lubbuun namoota 19 darbuun ibsame Sifen Megersa Jan 30, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2017 (FMC) – Balaa Xiyyaaraa Ameerikaa Waashingitan DCtti Helikooptarri Waraanaa fi Xiyyaarri walitti bu’uun mudateen hanga ammaatti lubbuun namoota 19 darbuun…
Oduu biyya keessaa Obbo Adam Faaraah Bakka Bu’aa RNI Pirofeesar Mahaammad Saadiik waliin mari’atan Debela Tadesse Jan 30, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2017 (FMC)-Sadarka Ministira Muummee Itti Aanaatti Itti Gaafatamaan Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii fi Pireezidaantii Itti Aanaan Paartii Badhadhinaa…
Oduu biyya keessaa Barreessaa Olaanaan Paartii ‘Patriotic Front ‘Ruwaandaa Welars Gaasamaageeraan Paarkii… Sifen Megersa Jan 30, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2017 (FMC) – Yaa’ii Idilee 2ffaa Paartii Badhaadhinaarratti hirmaachuuf Finfinneetti kan argaman Barreessaa Olaanaan Paartii 'Patriotic Front ‘Ruwaandaa Welars…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech hirmaattota Yaa’ii 2ffaa Paartii Badhaadhinaa hojiilee misoomaa daawwachiisan Sifen Megersa Jan 30, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2017 (FMC) –Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen hirmaattoota Yaa’ii Idilee 2ffaa Paartii Badhaadhinaarratti hirmaachuuf Finfinneetti argaman hojiilee…
Oduu biyya keessaa Hirmaattonni Yaa’ii 2ffaa Paartii Badhaadhinaa hojiilee misoomaa magaalaa Finfinnee daawwachaa jiru Sifen Megersa Jan 30, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2017 (FMC) – Hirmaattonni Yaa’ii Idilee 2ffaa Paartii Badhaadhinaa Piroojektoota misoomaa guguddoo magaalaa Finfinneetti hojjetamaa jiran daawwachaa jiru. Yaa’ii…
Teeknooloojii Namaa fi Roobootii gidduuttii dorgommiin walakkaa maaraatoonii gaggeeffamuuf Debela Tadesse Jan 30, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2017 (FMC)-Dorgommii Walakaa maaraatoonii dhiyeenyatti biyya Chaayinaa Magaalaa Beejingitti dorgomamuuf jiru irratti namoonni Roobootii “Humanoroid” waliin dorgomuuf…
Idil Addunyaa Ameerikaatti helikooptarri waraanaa fi xiyyaarri walitti bu’uun laga Potomak jedhamu keessatti… Sifen Megersa Jan 30, 2025 0 Finfinnee, Amajji 22, 2017 (FMC) - Ameerikaa magaalaa Washingitanitti helikooptarri waraanaa fi xiyyaarri qilleensarratti walitti bu'uun lameenuu laga Potomak jedhamu keessatti kufuun…