Idil Addunyaa Keeniyaatti balaan xiyyaaraa mudate Debela Tadesse Jan 11, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 3, 2017 (FMC)- Keeniyaa Magaalaa Kiwaachochaatti balaa xiyyaarri kufuu mudateen lubbuun namoota sadii darbuu gabaafame. Kannee ijaan argan akka ibsanitti, xiyyaarri…
Oduu biyya keessaa Qilleensaarraa Humna Elektirikii Sa’aatii Giiggaa Waattii 353 ol maddisiisuun ibsame Debela Tadesse Jan 11, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 3, 2017 (FMC)-Baatiiwwan ja’an darban maddeen anniisaa qilleensaa afurirraa humna elektrikii sa’aatii Giiggaa Waattii 353.41 maddisiisuun akka danda’ame Humni Elektirikii…
Oduu biyya keessaa Sirni Awwaalchaa Obbo Bulchaa Dammaqsaa Dilbata dhufu raawwatama Debela Tadesse Jan 10, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2017 (FMC) –Sirni Awwaalchaa gameessa Siyaasaa fi ogeessa Diinagdee Obbo Bulchaa Dammaqsaa Dilbata dhufu kan raawwatamu ta'uu ibsameera. Dilbata ganama sa'aatii 3:00…
Teeknooloojii Buufanni Chaarjii konkolaattota elektirikii fageenya kiiloo meetira 50 irratti akka hundaa’u… Debela Tadesse Jan 10, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2017 (FMC)- Sadarkaa biyyaalessaatti Buufanni Chaarjii konkolaattota elektirikii garaagarummaa fageenya kiiloo meetira 50 fi 120 irratti akka hundaa’u murtaa’eera.…
Oduu biyya keessaa Haala nageenyaa to’achuuf dirooniiwwan akka bobbaafaman eerame Debela Tadesse Jan 10, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2017 (FMC)- Humni Waloo Nageenyaa, haala nageenyaa Magaalaa Finfinnee fi Naannawaa ishee gamaaggamuun kallattii fuulduree kaa’uun ibsameera. Waltajjicharratti…
Ispoortii Piriimeer Liigii Oromiyaan Gullisoon Yuuniversiitii Naannoo Oromiyaa injifate Sifen Megersa Jan 10, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 9ffaa har’a taphatameen Gullisoon Yuuniversiitii Naannoo Oromiyaa injifateera. Gullisoon galchii 1 fi 0n…
Oduu biyya keessaa Gabaan Qabeenya Sanadaa Itiyoophiyaa eegale Sifen Megersa Jan 10, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2017 (FMC) – Gabaan Qabeenya Sanadaa Itiyoophiyaa har’a eegaleera. Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad dabalatee hoggantoonni Olaanoon mootummaa biroon…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Godaantota miiliyoona 1.1 ol keessummeessaa jirti-Tajaajilicha Debela Tadesse Jan 10, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaan godaantota miiliyoona 1.1 ol keessummeessuun tajaajiloota bu’uuraa kennaa jiraachuu Tajaajilli Godantootaa fi Godaansaa Deebitootaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Geediyoon Ximootwoon Ambaasaddaroota biyyoota Noordik waliin mari’atan Debela Tadesse Jan 10, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2017 (FMC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Itiyoophiyaatti Ambaasaaddaroota Biyyoota Noordik (Noorwey, Siwiidiinii fi Fiinlaandi)…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen Kaampaalaa galan Sifen Megersa Jan 10, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2017 (FMC) – Pireezidaantiiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Yaa’ii Addaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Ugaandaa Kaampaalaa galaniiru. Pireezidaamti Taayyeen…