Ispoortii PSG Tootanihaam waliin –Tapha eegamaa… Tsehay Guluma Aug 13, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 7, 2017 (FMC) – Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa kan injifate PSG’n Liigii Yuurooppaa kan injifate Tootanihaam Hootispar waliin taphni xumuraa Suuppar kaappii Awurooppaa…
Ispoortii Ispoortiin ijaarsa maqaa biyyaa keessatti gumaacha olaanaa qaba Ayana Dheressa Aug 12, 2025 0 Finfinne, Hagayya 6, 2017 (FMC) – Sagantaan beekamtii kennuu kilaba kubbaa miilaa magaalaa Shaggar gaggeeffameera. Kilabni magaalaa shaggar hundeeffamee waggoota muraasa keessatti…
Oduu biyya keessaa Naannoo keenyaatti dhangaggummaan biyyee lafa heektaara miiliyoona 2.3’tti tilmaamamu miidhera- Obbo… Ayana Dheressa Aug 12, 2025 0 Finfinne, Hagayya 6, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa naannichatti dhangaggummaan biyyee lafa heektaara miiliyoona 1.79 hanga miiliyoona 2.3 miidhuu ragaaleen ni…
Oduu biyya keessaa Hidha Haaromsaa Guddichaaf deggersa keenya itti fufna – jiraattota Ayana Dheressa Aug 12, 2025 0 Finfinne, Hagayya 6, 2017 (FMC) – Jiraattonni godinaalee Wallaggaa arfan Hidhi Haaromsaa Guddichi eebbaaf ga'uu isaatiif gammaduu ibsaniiru. Waancaan Hidha Haaromsaa Guddichaas magaalaa…
Oduu biyya keessaa Mootummaan haaromsa hambaaleef xiyyeeffannoo kennuun nageenya hambaalee eegsiseera Ayana Dheressa Aug 12, 2025 0 Finfinne, Hagayya 6, 2017 (FMC) – Xiyyeeffannaan mootummaan haaromsa hambaaleef kenne nageenya qabeenya hambaalee kabachiisuuf gargaareera jedhe Abbaan Taayitaa Hambaalee Itiyoophiyaa.…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan hariiroo Afrikaanotaa cimsuun qindoomina ardichaaf gahee ishee ni bahatti- Obbo Adam… Ayana Dheressa Aug 12, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2017(FMC) – Pireezidaantii Itti aanaan Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraah Itiyoophiyaan hariiroo Afrikaanotaa cimsuun qindoomina ardichaaf gahee ishee ni bahatti…
Oduu biyya keessaa Hawaasni diyaaspooraa sagantaa ajandaa walitti qabuu irratti dammaqinaan akka hirmaatu waamichi… Ayana Dheressa Aug 12, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2017(FMC) – Hawaasni diyaaspooraa sagantaa ajandaa walitti qabuu irratti dammaqinaan akka hirmaatu Komiishiniin Maree Biyyaalessaa waamicha dhiyeesse. Komiishinarri…
Oduu biyya keessaa Ida’amuun waliigaltee biyyaalessaafi misooma waaraa ijaara- Obbo Adam Faaraah Ayana Dheressa Aug 12, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2017(FMC) – Pireezidaantii Itti aanaan Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraah Ida’amuun waliigaltee biyyaalessaafi misooma waaraa ijaara jedhan. Obbo Adam Faaraah…
Oduu biyya keessaa Magalaa Asallaatti kenna tajaajila lammummaan namoonni kuma sagalii ol gargaarsa argatan Ayana Dheressa Aug 12, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2017(FMC) – Bulchiinsa Magaalaa Asallaatti kenna tajaajila lammummaa gannaan namoota harka qalleeyyii kuma sagalii fi 500’f deeggarsi akaakuu garaagaraa Birrii…
Oduu biyya keessaa Hidhattoonni duraanii kumni 65 fi 500 ol gara hawaasaatti deebi’aniiru Ayana Dheressa Aug 12, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2017(FMC) – Komishiniin Haaromsa Biyyaalessaa hidhattoonni duraanii kumni 65 fi 500 ol adeemsa haaromsaan gara hawaasaatti deebi’aniiru jedhe. Manni Maree Paartii…