Ispoortii Niwukaasil Yuunaayitid Maanchistar Siitii waliin… Ayana Dheressa Jan 13, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2018 (FMC) – Tapha marsaa jalqabaa walakkaa xumraa Waancaa Kaaraabaa’oo Ingiliziin har’a galgala Niwukaasil Yuunaayitid fi Maanchistar Siitiin waliin taphatu.…
Ispoortii Jilli garee Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa qaxxaamura biyyaa addunyaa irratti hirmaate… Ayana Dheressa Jan 13, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2018 (FMC) – Jila garee Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa qaxxaamura biyyaa addunyaa Ameerikaa Filooriidaatti gaggeeffame irratti hirmaateef simannaan…
Ispoortii Yaavii Aloonsoon Riyaal Maadriid waliin gargar bahe Sifen Megersa Jan 12, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2018 (FMC) –Leenjisaan Riyaal Maadriid Yaavii Aloonsoon kilabicha waliin gargar bahuu ifoome. Tapha waancaa Suupar Kaappii Ispeenirratti Baarseloonaan galchii 3 fi 2'n…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti murtoo taaksii ilaalchisee komiiwwan kaffaltoota gibiraarraa ka’an furamaa jiru Sifen Megersa Jan 12, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2018 (FMC) –Biiroon Galiiwwanii Magaalaa Finfinnee murtoo taaksii ilaalchisee komiiwwan kaffaltoota gibiraarraa ka'an furaan jira jedhe. Baatiwwan jahaan darban…
Oduu biyya keessaa Hogganaa Itti Aanaan Dhaabbata Ummatummaa Faannoo Amaaraa K/Faantahuun Muhaabbaan waamicha… Sifen Megersa Jan 12, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2018 (FMC) – Hogganaa Itti Aanaan Dhaabbata Ummatummaa Faannoo Amaaraa Koloneel Faantahuun Muhaabbaan waliigaltee waamicha nageenyaa mootummaan naannichaa dhiyeesse…
Oduu biyya keessaa Hojiiwwan raawwataman galmoota magaalaa milkeessuu fi bu’aa qabatamaa galmeessifneen madaalamu… Sifen Megersa Jan 12, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2018 (FMC) – Kilaastarri misooma magaalaa Oromiyaa raawwii hojii paartii fi mootummaa kurmaana 2ffaa bara 2018 gamaaggameera. Sadarkaa Ittaanaa Pirezidaantiitti…
Oduu biyya keessaa Pirojektii ilaalcha Itiyoophiyaan hin dandeessu jedhu cabse… Ayana Dheressa Jan 12, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2018 (FMC) – Pirojektiin buufata xiyyaaraa idil-addunyaa Bishooftuu ilaalcha Itiyoophiyaan hin dandeessu jedhu kan cabsedha jedhan Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii…
Biiznasii Godinichatti Buna Toonii 292 gabaa biyyaalessaaf dhiyeessuuf hojjetamaa jira Sifen Megersa Jan 12, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2018 (FMC) – Godina Wallagga Bahaatti Buna Toonii 292 gabaa biyyaalessaaf dhiyeessuuf hojjetamaa jira jedhe waajjirri qonnaa godinichaa. Godinichatti Oomisha bunaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad tajaajila Immigireeshinii fi Lammummaa daawwatan Sifen Megersa Jan 12, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad haala kenniinsa tajaajilaa ilaaluuf Tajaajila Immigireeshinii fi Lammummaa daawwataniiru. Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Biyyaafi biyyoo abbaatu eeggata – Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa Sifen Megersa Jan 12, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2018 (FMC) – Biyyaafi biyyoo abbaatu eeggata jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan. Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa…