Itiyoo- Teelekoom badhaasa Konkolaattota elektirikaa abbootii carraaf kenne
Finfinnee, Mudde 25, 2018 (FMC)- Itiyoo- Teelekoom guyyaa hundeeffama waggaa 130ffaa isaa sababeeffachuun badhaasa konkolaattota elektirikaa qopheessee ture lama maamiltoota isaa abbootii…