Walga’ii Idileen Hojii Raawwachiiftoota Gamtaa Afrikaa Boruu fi Iftaan taa’ama
Finfinnee, Guraandhala 3, 2018 (FMC) – Walga’ii Idileen Hojii Raawwachiiftoota Gamtaa Afrikaa 48ffaan Boruu fi Iftaan Magaalaa Finfinneetti taa’ama.
Walga’ichi mata duree ‘Dhiyeessii…