Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Batree Mangistuun Ministir Deetaa Hoogganaa Waajjira Addaa Ministira Muummee ta’uun muudaman

Finfinnee, Sadaasa 22, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ambaasaaddar Batree Mangistuu Ministir Deetaa Hoogganaa Waajjira Addaa Ministira Muummee gochuun muudaniiru.

Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad Ambaasaaddar Batree Mangistuu Sadaasa 23, 2018 irraa eegalee Ministir Deetaa Hoogganaa Waajjira Addaa Ministira Muummee gochuun muuduu Waajjirri Ministira Muummee ifoomseera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.