Rakkoolee mariin furuun biyyi boqonnaa akka argattu hojjechuun barbaachisaa ta’uun ibsame
Finfinnee, Caamsaa 6, 2017(FMC) – Rakkoolee karaa nagaan mariidhaan furuun biyyi boqonnaa akka argattu hojjechuun barbaachisaa ta’uu Paatiriyaarkiin Mana Amantaa Ortodoksii Tawaahidoo Abuna…