Oromiyaatti daa’imman miiliyoona 7 ol talaallii dhibee gifiraa fudhatan
Finfinnee, Caamsaa 18, 2017(FMC) – Naannoo Oromiyaatti daa’imman miiliyoonni 7 fi kumni 300 fi kumni 36 ol talaallii dhibee gifiraa fudhachuu Biiroon Fayyaa Oromiyaa beeksise.
Caamsaa 6,…