Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Magaalaa Jigjigaa galan Ayana Dheressa Oct 1, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2018(FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad magaalaa Jigijigaa galaniiru. Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo,…
Oduu biyya keessaa Qophii Irreecha Hora Finfinnee kabajuuf qophaa’ame… Ayana Dheressa Oct 1, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2018 (FMC) – Ayyaana Irreechaa Hora Finfinnee haala ho’aan kabajuuf qophiin hundi xumuramuu Waajjirri Hoji -geggeessaa Magaalaa Finfinnee beeksise. Ayyaanni…
Oduu biyya keessaa Aanaa Minjaar Shankooraatti riqichi jiguun lubbuun namoota 36 darbe Ayana Dheressa Oct 1, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2018 (FMC) – Naannoo Amaaraa Godina Kaaba Shawaa aanaa Minjaar Shankooraa Arartii Maariyaamitti riqichi ce’umsaaf ijaarame jiguun hanga ammaatti lubbuun namoota 36…
Oduu biyya keessaa Qabxiin seensa dhaabbilee barnoota olaanoo gara 297’tti fooyya’e Ayana Dheressa Oct 1, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2018(FMC) – Ministeerri Barnootaa qabxiin seensa dhaabbilee barnoota olaanoo 300 irraa gara 297’tti fooyya’uu ifoomseera. Imaammanni barnootaa fi leenjii…
Oduu biyya keessaa Horri Finfinnee kabaja ayyaana Irreechaaf qulqulleeffame Ayana Dheressa Oct 1, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2018(FMC) - Irreecha Hora Finfinnee Sanbata dhufu kabajamuuf bakki irreeffannaan itti geggeeffamu Paarkiin Irreechaa qulqulleeffameera. Hoggantoonni, aartistoonni…
Oduu biyya keessaa Ergamni ‘Cehuumsa Caasawaa’ sektara qonnaa dhugoomsuuf bahachaa jirru faana milkaa’inaa argateera-… Ayana Dheressa Sep 29, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2018 (FMC) – Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shiimallis Abdiisaan ergamni ‘Cehuumsa Caasawaa’ sektara qonnaa dhugoomsuuf bahachaa jirru faana…
Oduu biyya keessaa Hayyoonni hojiilee qorannoo rakkoo hawaasaa furan hojjechuu qabu- Piroofeesar Birhaanuu Naggaa Ayana Dheressa Sep 29, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2018 (FMC) - Hayyoonni galteewwan imaammataa ijaarsa biyyaaf bu’uura kaa’an qorannoon adda baasuuf hojjechuu qabu jedhan Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofeesar…
Oduu biyya keessaa Guyyaa Itiyoophiyaan miseensa Dhaabbata Daldalaa Addunyaa itti taatu dhiyaateera- Dooktar Kaasaahun… Ayana Dheressa Sep 29, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2018 (FMC) - Guyyaa Itiyoophiyaan miseensa Dhaabbata Daldalaa Addunyaa itti taatu dhiyaateera jedhan Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa…
Biiznasii Baankiin biyyaalessaa Imaammata maallaqaa hojiirra oolchaa jiru itti fufsiisuun qaala’iinsa gatii… Ayana Dheressa Sep 29, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2018 (FMC) - Baankiin biyyaalessaa Imaammata maallaqaa hojiirra oolchaa jiru itti fufsiisuun qaala’iinsa gatii tasgabbeessuuf gahee olaanaa qaba jedhe Koreen…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Irreechaa ayyaana nagaa, araaraa, galateeffaannaa, tokkummaafi jaalala itti labsanidha-… Ayana Dheressa Sep 29, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2018 (FMC) - Ayyaanni Irreechaa ayyaana nagaa, araaraa, galateeffaannaa, tokkummaafi jaalala itti labsanidha jedhan Sadarkaa Itti aanaa Pirezidaantii Mootummaa…