Jila garee Atileetiksii Itiyoophiyaaf simannaan taasifame
Finfinnee, Fulbaana 12, 2019(FMC)- Jila garee Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Fiigicha Daandiirraa Deenimaark Kooppanhaaganitti dorgomame irratti hirmaateef simannaan taasifameera.…