Idil Addunyaa Doonaald Tiraampi fi Zeleniiskiin waliin mari’atan Ayana Dheressa Apr 26, 2025 0 Finfinnee, Ebla 18, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi gita isaanii Yuukreen Vooloodmiir Zeleniiskii waliin Xaaliyaanii magaalaa Roomitti mari’atan. Hoggantoonni…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Abeebeen Giddugala Aadaafi Barnootaa Xaayituu eebbisiisan Ayana Dheressa Apr 26, 2025 0 Finfinnee, Ebla 18, 2017 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Giddugala Aadaafi Barnootaa Xaayituu eebbisiisan. Giddugalichi qindeessummaa artist Alamtsahaay…
Oduu biyya keessaa Paartichi Walga’ii idilee guyyoota lamaaf gaggeessaa ture xumure Ayana Dheressa Apr 26, 2025 0 Finfinnee, Ebla 18, 2017 (FMC) –Koreen Hojii Raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa walga’ii idilee guyyoota lamaaf gaggeessaa ture xumureera. Korichi walga'icha xumuruu ilaalchisee ibsa…
Oduu biyya keessaa Obbo Ahimad Shideen Pireezidaantii Baankii Bu’uuraalee Misoomaafi Invastimantii Eeshiyaa waliin… Ayana Dheressa Apr 25, 2025 0 Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Jilli Ministira Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shideen durfamu walga’ii Dhaabbata Maallaqaa Addunyaafi Baankii Addunyaa 2025 cinaatti Pireezidaantii…
Oduu biyya keessaa Koreen Hojii Raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa walga’ii gaggeessuu eegale Ayana Dheressa Apr 25, 2025 0 Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Koreen Hojii Raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa dhimmoota ijoo biyyaalessaafi dhimmoota paartiirratti xiyyeeffatan irratti walga’ii gaggeessuu eegaleera.…
Oduu biyya keessaa Qoodni Aksiyoona Itiyoo-Telekoom miiliyoonni 10 fi kumni 700 gurgurame Ayana Dheressa Apr 25, 2025 0 Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Gurgurtaa Akisiyoonaa Itiyoo-Telekoom %10, qoodni aksiyoonaa miiliyoonni 10 fi kumni 700 gurguramuu Itiyoo-Telekoom beeksise. Adeemsi gurgurtaa aksiyoonaa…
Oduu biyya keessaa Humni Qilleensaa sadarkaa dhaabbata aviyeeshinii ammayyaa guutuutti guddate – Letenaanti… Ayana Dheressa Apr 25, 2025 0 Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Haaromsa dhaabbatummaa cimaan kan ijaarame Humni Qilleensaa Itiyoophiyaa sadarkaa dhaabbata aviyeeshinii ammayyaa guutuu ta’etti guddachuu isaa Letenaanti…
Oduu biyya keessaa Hariiroon Itiyoophiyaafi Giriik cimee itti fufa- Obbo Taaggasaa Caafoo Ayana Dheressa Apr 25, 2025 0 Finfinnee, Ebla 17, 2017(FMC)- Hariiroon Itiyoophiyaafi Giriik cimee kan itti fufa ta’uu Af-yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa obbo Taaggasaa Caafoon ibsan. Hariiroon…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti qonna bara kanaaf xaa’oon kuntaalli miiliyoonni 5 ol yuuniyeenotaafi waldaaleeff… Ayana Dheressa Apr 25, 2025 0 Finfinnee, Ebla 17, 2017(FMC)- Naannoo Oromiyaatti bara oomishaa 2017/18’f xaa’oon kuntaalli miiliyoonni 5 fi kumni 500 yuuniyeenotaafi waldaalee bira gahuun ibsameera. Naannichatti…
Oduu biyya keessaa Garee finxaalessaa nama ukkaamsuu fi ajjeesuun miidhaa geessisaa jirurratti tarkaanfiin cimaan… Ayana Dheressa Apr 25, 2025 0 Finfinnee, Ebla 17, 2017(FMC)- Garee finxaalessaa nama ukkaamsuu fi ajjeesuun adeemsa baruu fi barsiisuu jeequun barsiisotarratti miidhaa geessisaa jirurratti tarkaanfiin cimaan fudhatamaa…